Author:

Yeroo gannaa kana oggaa bokkaa cimaan roobu muka guddaafi tabba wayii jalatti dheessuun ykn dahachuun ni jira. Roobni cimaan lafa ol jedhaatti roobe walqabatee lafa gadjallaa jirurratti dhangala’uun namas ta’e qabeenya miidha.... Read more »

Itoophiyaan keessumaa waggoota jahan darbanitti dinagdee mandhaleerratti xiyyeeffattee hojiilee fooyyessa damichaarratti hedduus raawwatteetti; badhaadhina biyyaafi ummataa mirkaneessuuf. Adoolessa 21 bara 2016 irraa kaastee ammoo fooyyessa dinagdee gooroo guutuutti galteetti. Kaayyoo ijoon fooyyessichaas... Read more »

Finfinnee: Naannoo Amaaraa, Godina Addaa Saba Oromootti qonna ganna baranaatiin lafa heektaara kuma 58.8 sanyii midhaanii akaakuuwwan garagaraatiin uwwisuuf karoorfamee hanga ammaatti lafti hektaarri kuma 54 sanyiidhaan uwwifamuu Qajeelchi Qonna Godinichaa beeksise.... Read more »

Finfiennee: Dargaggooti biyya ceesisuuf nageenya amansiisaa dursanii mirkaneessuu akka qaban dargaggootni Wallaggaa Bahaafi Harargee Bahaa ibsan. Kanaafis, gurmaa’insi dargaggootaa cimaan barbaachisaa ta’uu ibsaniiru. Miseensi Koree Raawwachiiftuu Hojii Waldaa Dargaggoo Godina Harargee Bahaa,... Read more »

Finfinnee: Waltajjii ajanadaa marii walittiqabuu naannoo Gaambeelaatti gaggeeffamaa jirurratti lammiileen kutaalee hawaasaa garagaraarraa babahan kuma tokkoofi 300 hirmaachaa jiraachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Sagantaan ajandaa marii walittiqabuu naannoo Beenishaangul Gumuz Adoolessa 23... Read more »

Asallaa: Kenniinsa tajajilalaafi hojii kaadaastaraa si’eessuuf halkan hanga sa’aatii 6:00tti hojjetaa jiraachuu Ittigaafatamaan Waajjira Lafaa Magaalaa Asallaa ibsa. Ittigaafatamtichi Obbo Abbabaa Rattaa tibba darbe turtii gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin, lafti lafee dugdaa... Read more »

Finfinnee: Balaa rooba hordofee mudachuu malu baraaruuf haalli qubannaa hawaasaa taasifamu saaxilamummaa balaarraa bilisa ta’uu qorannoo saayinsiitiin deggaramuu akka qabu Hayyuun Hayidroo Ji’olojii Yunivarsitii Finfinnee Doktar Waaqgaarii Furii ibsan. Naannawaan yaa’aa Laggeen... Read more »

Maqii: Wayita baatii Waxabajjii dhimma hojiitiif gara Maqii deemnetti kenni tajaajilaa Waajjira Galii Magaalattii maal akka fakkaatu mil’annee turre. Mil’annaan keenya kun yaada abbootiin dhimmaafi ibsa ittigaafatamaa kan of keessaa qabuudha. Jiraataan... Read more »

Finfinnee: Rifoormiin Dinagdee Maakaroo Itoophiyaa tibbana taasifame rakkoo dinagdee biyyattii furu ta’uu Ministeerri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi Kamisa darbe Qoodafudhattootaf akka ibsanitti, rifoormichi Itoophiyaa iyyummaafi idaa keessaa kan baasu... Read more »

Finfinnee: Sababa jijjiirama haala qilleensaatiin tamsa’inni dhibee busaa hammaachaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Dhibeewwan koleeraafi gifiraa jijjiirama haala qilleessaatiin walqabatee mudate to’achuufis xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu ibseera. Hogganaa ittaanaan biirichaa Doktar Tasfaayee... Read more »