
Barri 2016 gaariis ta’e aarii qabuun godaannisa lafa kaa’ee akka lammata hin deebinetti darbeera. Itoophiyaan biyya jabduu qormaatilee walxaxa keessatti tokkummaashee itichuun guddina saffisaa galmeessisuu dandeesseedha. Guddinniifi qormaatni biyya sabdaneettii tanaa kan... Read more »

Irreechi baranaa karaa aadaafi duudhaa isaa ganamaa eeggateen akka kabajamuuf Oromoonni biyya keessaafi alaa gamtoomaan akka dhaabbataniif Abbootiin Gadaafi Hawwan Siiqqee yaamicha taasisan. Mariin Abbootii Gadaa, Hawwan Siiqqee, Hayyootaafi Jaarsolee biyyaa qindeessummaa... Read more »