
Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa tibbana mataduree ‘Misooma Aadaa ijaarsa biyyaaf’ jedhuun Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqeefi Jaarsolii Biyyaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari’ateera. Maricharratti waraqaan qorannoo mataduree ‘Haaromsa Aadaa Oromoo’ jedhuun dhiyaatee hirmaattotaan marii... Read more »

Magaalota guguddoo Oromiyaa keessaa tokko kan taate Jimmi ALA bara 1837 hundoofte. Magaalattiin kallattii Itoophiyaa kibba lixaatiin Finfinneerraa kiiloo meetira 325 faggaattee tan argamtu yoo ta’u; Jimmaa Abbaa Jifaar jedhamtees waamamti; maqaa... Read more »