
Jimma: Taphni Itoophiyaa Guutuu akaakuuwwan ispoortii adda addaa mootummaa federaalaa, naannoleefi bulchiinsota magaalaatiin xiyyeeffannaa olaanaa argateedha. Dirree ispoortii kanarratti dargaggoonni, hirmaattonni, leenjistoonni, ittigaafatamtoonni waajjiraalee dhimma dargaggootaafi ispoortii naannoleefi godinaalee, bulchiinsonni magaalaa baranas... Read more »

Finfinnee: Waggaa lamatti altokko biyyoota adda addaatti kan qophaa’u Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan ALA Fulbaana 13-21 bara 2025 magaalota Jaappaan, Tokiyoofi Osaakaatti adeemsifama. Shaampiyoonicharratti atileetonni kuma lama biyyoota miseensota Waldaa Atileetiksii Addunyaarraa... Read more »

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad tibbana ogeessota aartii guutummaa Itoophiyaarraa babahan wajjin marii bal’aa taasisaniiru. Maricha ilaalchisuunis ergaa ittaanu karaa miidiyaa hawaasaasaanii dabarsaniiru. “Aartiiwwan eenyummaafi guddina biyyaaf furtuudha. Qabeenya aadaa eeganii tursiisu.... Read more »

Dhalate kan guddate Godina Walaayittaatti yommuu ta’u sirboota aadaafi ammayyaa afaanota garagaraan sirbaman kanneen gurra keessa darbuun dhuka nama seenan duuba kan jiru Dargaggoo Kaamuzuu Kaasaati. Dargaggoon kun umurii dargaggummaasaatti sadarkaa Itoophiyaafi... Read more »

Gaaffii mindaafi faayidaa ogeessonniifi hojjattoonni fayyaa Itoophiyaa tibbana dhiyeessaa turaniin walqabatee sirna fayyaa biyyattiitiif qormaata ta’aa tureera. Gama tokkoon ogeeyyiin fayyaa gaaffilee ijoodha jedhan 12 tarreessuun ji’a tokkoof erga mootummaa gaafataa turaniin... Read more »

Mootummaan Itoophiyaa keessumaa waggoota jijjiiramaa darbanitti seenaa hiyyummaa biyyattiin barootaaf keessa turte keessaa baasuun badhaadhina qabatamaa mirkaneessuuf hojiilee lakkaa’amaniifi bu’uura ta’an ciccimoo qaamoleen alaa dhimmi ilaallatu ragaa bahaniif hojjetaa jira. Keessumaa lafee... Read more »