Misooma suluulaafi kunuunsa qabeenya uumamaa Shawaa Kibba Lixaatti

Akka biyyaatti hojiileen misooma suluulaafi kunuunsa qabeenya uumamaa lafa hektaara miliyoona tokkoofi kuma afurii ol deebisanii misoomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ragaaleen Ministeera Qonnaarraa argaman ni mul’isu. Akka Oromiyaattis hojiin misooma sululaafi kunuunsa... Read more »

Waan facaasan haammachuu: Jechama Seeneet Gizaachoorratti dhugoomaa jiru

Dhalattoota Godina Shawaa Lixaafi hojjettoota mootummaa kan ta’an Obbo Gizaachoo Waldatsaadiqiifi Aadde Saraawit Mokonnin ijoollee dubaraa sadii qabu. Sadeen keessaa tokko Seeneet Gizaachoo jedhamti. Gaazexaan Bariisaa maxxansaa Amajjii 10 bara 2011tiin gaafdeebii... Read more »

“Injifannoon argame aartiidhaan yoo deggarame bu’aansaa olaanaadha” – Artisti Gammadoo Jamaal

Oromoofi aartiin hidhata guddaa qabu. Geerarsa hibboo, sheekoofi oduu duriifaa dabalatee duudhaalee aartii wajjin hidhata qabaniifi daran gabbatoo ta’aniin dhalasaa qaroomsaafi ga’oomsaa tureera. Ummatichi beekumsaafi aartii kana barumsaan yookiin leenjiidhaan argatee osoo... Read more »

Gadaa ofkaluu daa’immanii Shawaa Lixaatti

Waltajjii araaraa dhiheenya kana Magaalaa Ambootti taasifamerratti abbootiin Gadaa, haadholiin siinqeefi keessummoonni waamichi taasifameef argamanii turan. Abbootiin Gadaafi haadholiin siinqees uffannaafi faayaalee aadaa Oromootiin miidhaganii haala qalbii nama hawatuun ture kan argaman.... Read more »

Dhaloota yaada burqisiisee waan haaraa uumutu barbaadama

Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad torban har’aa ji’a 10fa muudamasaaniitti Mana Maree Bakka Bu’oota ummataatti argamuun dhimmoota siyaas-dinagdeefi hawaasummaarratti gaaffilee miseensota irraa ka’aaniif deebii kennanii turan. Manni Maree shanaffaan kun walga’ii... Read more »

Sababa tarreessuu keessaa haa bahamu

Biyya keenyatti mootummaan federaalaas ta’e kan naannolee eddii hoggansi haaraan gara aangootti dhufee otuma hudhaaleen adda addaa mudatanii tarkaanfiilee ciccimoo heddu fudhatamaniin bu’aalee abdachiisoon danuun ni ta’u jedhamanii hin yaadamne gama hundaan... Read more »

Ummata ofiisaarra loonsaatiif yaadda’uuf haa birmatamu

Oromoofi loon waliif fira, fira keessaallee fira dhiigaa. Oromoon loon kan horsiisuuf bu‘aa achirraa argatu qofaaf osoo hintaane, walitti hidhamiinsa cimaa isaan waliin qabaachuusaatiini. “Arriyyoo arriyyoo arroo boonaa kiyyaa, anaan haa lolanii... Read more »

ABOn akka haaraatti galmaa’uuf hojjechaa jiraachuu ibse

Finfinnee: ABOn Jaal Daawud Ibsaatiin hogganamu qabsoo demokraatawaa taasisuuf ulaagaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa barbaadu guutee galmaa’uuf sochiirra jiraachuu miseensi Gumii Sabaa Himaa addichaa beeksisan. Miseensichi Obbo Qajeelaa Mardaasaa ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

“Ammayyuu kenniinsi tajaajilaa si’ataa miti” – Invastaroota tokko tokko “Riifoormii haaraadhaan abbootii qabeenyaa simachuuf qophiin xumurameera” – Komishinii Invastimantii Oromiyaa

Finfinnee: Naannolee yaa’iinsi invastimantii itti baay’atu keessaa Oromiyaan tokko. Kanaanis dameen invastimantii dinagdee Oromiyaa darbees kan biyyaa haalaan utubaa tureera. Waggoota lamaan darbanitti rakkoo nageenyaatiin walqabatee galiin achirraa argamu akkuma biyyaattuu hir’iateera.... Read more »

“Yommuu Oromoon Oromoorratti ka’ee dhiiga dhangala’e gatii dhabsiisu baay’een gadda” – Artisti Ilfinash Qannoo

Quuqqaa ummata Oromoo sirbaan ibsuusheetiif dararaa guddaan irra ga’ee biyya ishee dhiistee akka godaantuuf kan dirqamte Artistiifi Qabsooftuu Ilfinash Qannoo turtii waggoota 20 booda dhiheenya kana biyya isheetti deebi’uun ishee ni yaadatama.... Read more »