Gargaaramummaa gocha dhalootatti darbuu hinqabne

Akkuma kan barachuu danda’e barsiisuu danda’a jedhamu lammiileen Itoophiyaa yoo ciminaafi kufaatii keenya darberraa baranne hirkattummaa gargaarsaarraa walaboomuufi daandii kadhaarraa gara omishtummaatti ce’uuf barbaachisurra imalle warra kaaniif fakkeenya ta’uu dandeenya. Hirkattummaan gargaarsaa... Read more »

Magaalaan Asallaa gama misoomaatiin maalirra jirti?

Asallaa: Dhiyeenya kana wayita dhimma hojiitiif Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti argamnetti hojiilee misooma koriidariifi kana ilaalchisuun kantiibaa Ittaanaa magaalattii Obbo Abdullaahii Hammuu dubbisee isaanis ibsa gabaabaa ittaanu Gaazexaa Bariisaatiif kennaniiru. Asallaa Asallaan magaalaa... Read more »

 Naannoo Harariitti lafti hektaarri kuma torbaafi 416 sanyiidhaan uwwifame

Biqiltuuwwan miliyoonni tokko tuqaa shan qophaa’aniiru Xaa’oon kuntaalli 11fi 315 qophaa’eera Finfinnee: Naannoo Harariitti hojii qonna gannaa hanga ammaatti gaggeeffameen hektaarri kuma torbaafi 416 sanyiidhaan uwwifamuu Biiroon Qonnaa Naannoo Hararii beeksise. Waliigala... Read more »

“Oromiyaatti barana pirojektotni bishaanii kuma lamaafi 645 xumuramanii tajaajilaaf oolaniiru” – Injinar Miliyoon Baqqalaa

Asallaa: Inisheetivii Imala miidiyaa Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaafi Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa qopheessaniin pirojektotni bishaan dhugaatii ijaarsisaanii xumuramaniifi ijaarsarra jiranii kanneen Godinaalee Arsii Lixaa, Arsiifi Baaleetti argaman Caamsaa 19-23 bara 2017tti daaw’atamaniiru. Hoggantuun... Read more »

 Hojifi hojjataa walitti hidhuuf hojjatamaa jira

Adaamaa: Carraa hojii uumuu hojiifi hojjataa walitti fiduurratti bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Hojiifi Ogummaa beeksise. Xumura marii paanaalii boqonnaa lammaffaa marsaa 5ffaa “Carraa hojii uumuu, waa’ee Itoophiyaa” jedhuun Adaamaatti Kibxata darbe adeemsifameratti... Read more »

“Gaaffiin ulaa galaanaa argachuu Itoophiyaa dhimma furmaata hatattamaa barbaadudha” – Ministira Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad gaaffiifi deebii tibbana ‘EBC’ waliin taasisaniin, karaa Itoophiyaan ulaa galaanaa ittidhabde akka isaan gaabbisiisu ibsuun, Itoophiyaan waggoota 30 darbaniif ulaa galaanaa dhabuu yaadachiisanii, gama kanaan badiin... Read more »

Oromiyaatti hojiileen qarshii biliyoona 656 olii tajaajila lammummaatiin hojjetaman

Finfinnee: Oromiyaatti haga ammaatti hojiileen qarshii biliyoona 656fi miliyoona 18tti shallagamu tajaajila lammummaatiin hojjetamuu Biiroon Maallaqa Oromiyaa beeksise. Akaakuun tajaajilli lammummaa ittikennamu yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiraachuunis ibsameera. Hogganaa ittaanaa biirichaafi ittigaafatamaan... Read more »

Ji’oota saglan darbanitti humni elektirikaa giiggaawaattiin 6.8 omishame

Roobni idileen olii guutiinsa hidhichaaf carraa gaarii uuma Finfinnee:Ji’oottan saglan darbanitti humna elektirikaa giggaawaattii 6.8 omishamuun akka danda’ame Ministeerri Bishaaniifi Inarjii beeksise. Ganna bara 2018tti Inistitiyutiin Metiworolojii Itoophiyaa roobni idileen olii roobuu... Read more »

Gujiitti hidhattoonni ABO Shanee guyyaa guyyaan karaa nagaatti deebi’aa jiru

Finfinnee: Hidhattoonni ABO Shanee Gujii keessa socho’aa turan daandii nageenyaa filachuun guyyaa guyyaatti deebi’aa jiraachuu Ittigaafatamaa Ittaanaan Waajjira Nageenyaafi Bulchiinsa Godinichaa Obbo Jaarsoo Goobanaa ibsan. Obbo Jaarsoon ibsa addatti Roobii darbe Gaazexaa... Read more »

 “Nageenya waaressuuf abbootiin qabeenyaa hidhattoota maallaqaan deeggaruurraa of qusachuu qabu” -Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Nageenyi waaraan akka dhufuuf abbootiin qabeenyaa hidhattoota maallaqaan deeggaruu dhaabuu akka qaban Ministirri Muummee RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad hubachiisan. Doktar Abiyyi marii tibbana bakka bu’oota hawaasa daldalaa guutuu Itoophiyaarraa babahan waliin... Read more »