Hamdinoo Midhaagsoo: Dargaggeessa kutaa 5ffaatti qusannaa eegalee har’a namoota shantamaaf carraa hojii uume

Handhuura sulula qiinxamaa guddaa Gaanfa Afrikaa keessatti, daandii guddicha Itiyoo Xaaliyaan yeroo jalqabaatiif Finfinneefi Mooyyalee walqunnamsiisuuf gara kallattii kibbaatti diriirsite cinatti, haroowwan mimmiidhagoo Laanganoofi Dambal gidduutti Aanaa Adaamii Tulluu Ganda Habulee guutumaatti... Read more »

Cheelsiin waancaa Konfirensi Liigii Awurooppaa injifate

Finfinnee: Kilabni Ingliiz Cheelsiin tapha kilaba Ispeen Riyaal Beetis waliin waancaa Konfirans liigii Awurooppaatiif taasiseen galchii bal’aa 4 fi 1n injifachuudhaan waancaa Konfiransi liigii Awurooppaa bara 2025 injifateera. Xapha xumuraa kilaboota lamaan... Read more »

Kilabni Mugar Simintoo dhiirootaan shaampiyoonaa kubbaa Shaaphaanaa baranaa ta’e

Finfinnee: Kilabni Kubbaa Saaphanaa Mugar Simintoo dhiirotaan Shaampiyoonaa Liigii Pirimiyeer Itoophiyaa bara 2017 ta’e. Kilabiichi qabxii 39 galmeessuun tapha osoo hinxumuriin shaampiyoonaa ta’uusaa mirkaneeffateera. Dorgommii Liigii Pirimiyeer Kubbaa Saaphanaa Itoophiyaa kana Muddee... Read more »

 Fiigichi xumuraa umrii waggaa 18 fi 20 gadii xumurame

Finfinnee: Shaampiyoonaan Atileetiksii Itoophiyaa umrii waggaa 18fi 20 gadii magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jiruun fiigichi xumuraa meetira kuma shanii dubartootaa umrii waggaa 20 gadii kaleessa dorgomameera. Fiigicha Fageenya meetira kuma shanii kanaan... Read more »

Balaa tasaa mudatu hambisuuf hojii dursanii ittisuu irratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jira

Finfinnee: Balaa tasaa mudatu hambisuuf hojii ittisa balaa duraa irratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jiraachuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise. Kibxata darbe daawwannaan hojii ittisa balaa duraa kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii, Nifaasi Silkii, Addis Katamaa,... Read more »

Imala waggoota 50 abbaa muuziqaa ammayyaa, Qamar Yusuuf

Yeroo tokko namoota hedduu “Kun eenyu?” kan jechisiise, sagaleen afaansaa keessaa bahuufi sochiin qaamasaa, qulqullinni viidiyoowwan sirbootasaa kan ajaa’ibsiifamu, artistii cimaafi sabboonaa haftee Baandii Afran Qalloo. Sirbootasaa gara caalu Afaan Oromootiin kan... Read more »

Daawwannaa tarsimaawaa Doktar Abiyyi walitti dhufeenya biyyootaa cimsu

Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad tibbana biyyoota Faransaay, Xaaliyaaniifi Vaatikaanitti daawwannaa adeemsisuun isaanii ni yaadatama. Daawwannaan isaanii kunis keessumaa walitti dhufeenya biyyootaa cimsuurra darbee muuxannoo biyyoonni kunneen qaban qooddachuuf carraa kan... Read more »

 “Ummanni keenya kennaasaa baree hojjechuu qaba”- Obbo Eebbaa Yiggazuu

Dhiyeenya kana wayita dhimma hojiitiif gara Bulchiinsa Magaalaa Aggaaroo misooma koriidariitiin daran miidhagdeef miidhagaa jirtu deemnetti waa’ee abbaa qabeenyaa tokkoo dhageenye. Abbaan qabeenyaa kun ijoollummaasaaniirraa kaasanii bizinasii wajjin walittidhiyeenya akka qabaniifi tattaaffii... Read more »

Dacheen Bakar Waaree Fardeen Qundhudhoofi Arba Baabbileetiinis sadarkaa Afrikaatti maqaa qabdi

Seenaa qabsoo hadhaa’aa sirna cunqursaafi weerartuu farra Oromoofi lafasaa hundeedhaa buqqisuuf taasifamaa ture keessatti shoora gootichi Bakar Waaree taphatee darbe dhalootaan leellifamaa, irbuu inni labatatti laatee darbes akka agartuu ijaatti kunuunfamaa, jaarraa... Read more »

Maariyyee Jaldeessaafi ofeeggannoo taasifamuu qabu

Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa torban darbe Itoophiyaatti mul’achuu Ministeerri Fayyaa ibsuun isaa ni yaadatama. Jalqaba daa’ima guyyaa 21 irratti kan argame yoo ta’u namoota isa waliin tuttuqqii qaban keessaas haatisaa qabamuun mirkanaa’eera. Seenaan... Read more »