
Waasihun Takileetiin
Amaloonni fafee kanneen akka tamboo xuuxuu, jimaa qama’uu, gaanjaafi shiishaa xuuxuu, hanna, saamichaafi waliindhahuufaa yoo ta’an, sirna hirkattummaa fiwudaalizimiifi sooshaalizimii Itoophiyaa golgoleessaa tures kan hammatuudha.
Amaloonni fafee hirkattummaa babal’isuu, olaantummaa saba tokkoo, amantaa tokkoo, afaan tokkoofi aadaa tokkoo leellisu yoo ta’u, maqaa Itoophiyaatiin boquu sabootaafi sablammootaarratti fe’amuun bara lakkaa’uu barbaadu. Maqaa Itoophiyaa jedhuun daldaluun alatti jaalala biyyaa hinqaban, aantummaa ummataaf gadi bahanii yeroo qabsaa’anis hin mul’atan.
Gaafa qabsaa’onni ilmaan sabootaafi sablammootaa aarsaa dhiigaa hanga lubbuu kaffalan golatti sirbaan onnachiisuufi maqaa kiristinnaa itti moggaasuun alatti goota dirree lolaaf kutannoo qabu maqaa dhahachuu hin danda’an. Shira afaaniifi dhoksaan xaxaniinis of gootomsaa haqa sabootaa dhoksaa biyya duubaan gurguraa warreen garaasaaniif jiraataa turanidha. Kanaaf ammoo kitaabileen seenaa ragaadha.
Sirnoonni kun Itoophiyaa keessatti hundeesaanii gadi fageeffachuun wayita dabareen biyyattii bulchaa turanitti olaantummaa saba tokkoo olkaasuun qorqalbii sabootaafi sablammootaa jaamsuun Itoophiyaa saba tokkoon waamamtu ijaaruuf kufaa ka’aa turan.
Barri bara fidaatii qabsoofi wareegama hadhaa’aa ilmaan cunqurfamoon sirnoonni kun dabareesaanii eeganii hundeedhaa yoo buqqa’an sirni federaalizimii saboota hunda humneessu dhalachuu danda’eera.
Sirnichi hojiirra akka oolu ta’us akkaataa heerri mootummaa ajajuun hojiitti hiikamuu dhabuusaan waggoota 27 guutuu komiin dabalataa akka dhalatu taasiseera.
Naannoleen qabeenyasaaniirratti abbummaa dhabuu, murni aangootti bahes aangoo dahoo godhachuun saamicha, hannaafi alseerummaa babal’isaa tureera. Haalichi daran hammaachaa deemuusaan warraaqsa qabsoo dhoheen erga aarsaan dhiigaafi lubbuu qeerroofi qarree itti baheen booda murni saamtuufi hattuu akka diigamu ta’eera.
Siyaasa biyyattii warraaqsa qabsoo siyaasaa kanaan diigame deebisanii ijaaruuf sochii taasifamuufi tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatamaa jiru keessa gugachuun sirna doofaa barootaaf awwaalame kaasuuf kan gigigsanis bakka jiranii mumul’achaa jiru. Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf mootummaan federaalaa murnoota juuntaarratti fudhataa jiru keessatti qabsaa’ota fakkaachuun raacitii sirna gabroomfataa duraa ijaaruuf kan wixxirfatan calaqqisaa jiru.
Isaan kunneen kachachaltoota miira oftuulummaan riphanii socho’an yoo ta’an, alaabaa sirna gabroomfataa mootummaa tokkee qabachuuniifi yaalii dhaala lafaa humnaan deeffanna jedhu gaggeessaa kallattii qabsoo kan jijjiiran fakkaatu.
Siyaasni, “Keenyaafi nu malee” kaabatti biqilaa jirtu federaalizimii sabdaneessaa dhiigaaf aarsaa lubbuu ilmaan cunqurfamoo saboota Itoophiyaan dhufteefi wabii taate afanfajeessaan dhiituuf kan luka fuute fakkaatti.
Akkuma, “Baaqelaan kun yoo bulte hin alanfatamtu” jedhamu ilaalchi doofaafi moofaa harcaatota raacitii sirna maxxantuu oftuultotaan biqilaa jiru tokko tokko kichuutti yoo kolaafameen alatti boruuf balaa, akkasumas alaa’aa ta’ee kan mul’atu ta’e beekuun nama hinrakkisu.
Maqaa tokkummaa jedhuun sirna doofaafi moofaa faarsaa Itoophiyaan hunda hammatu ijaarra jedhanii yaaduun fafummaadha. Ilaalchaafi yaada barbaadan qabaatanis yeroo ammaatti Itoophiyaan sirna federaalizimii sabdaneessaan gaggeeffamaa waan jirtuuf hadhaahes mi’aahes liqimsanii jiraachuun dirqama.
Yaada faallaa sirna biraa ijaaruuf yoo qabaatan immoo akkaataa heerriifi seerri biyyattii hayyamuun warraaqsa dimokiraatawaa ta’een yaada bishaan kaasu gurgurachuutiin caalanii argamuun mirga ta’ee osoo jiru waliin dhahuuf yaaliin taasifamu dhimma daangaa godhachuu qabuudha.
Oromoon yoo mammaaku, “Soogidda seetee mimmixa cuubatta” jedha. Jaarraa 21fa bara teknoloojiin fagaateefi sabootniifi sablammootni mirga hiree murteeffannaasaanii mirkaneeffachuuf warraaqanitti olaantummaa saba tokkoo yaaduun fafummaadha.
Eenyumtuu gaaffii qabeenyi tokko naaf mala jedhu qabaachuu kan danda’u yoo ta’u, daangaa seeraafi heera mootummaa keessa ta’uun warraaquun murteessaa ta’ee osoo jiruu fafakkeessanii siyaasa dhokataafi summaawaa ta’e namatti fe’uuf yaaluun alseerummaa akka ta’es beekamuu qaba.
Sirni fiwudaalizimii Itoophiyaa mootota doofaan gaggeeffamaa ture ilmaan cunqurfamoo sabootaafi sablammootaa hedduutti harqoota gabrummaa fe’uun ofii ‘baalabbaata’ qotee bulaa ammoo ‘ciisanyaa’ maqaa jedhuun saamaa turuunsaa kan yaadatamuudha.
Sirni golgoleessaafi maxxantuu fiwudaalizimiin olaantummaa saba tokkoo labsuun sabootaafi sablammoota eenyummaasaaniitti akka hinboonne, aadaan, afaan, duudhaansaanii akka hin guddanne quucarsuun qorqalbiinsaanii akka jaamu taasisaa turuu seenaatu ragaa baha.
Sirni Dargii ulee abaarsaa sirnoota doofaa kanarraa dhaales sirbaa teessumatti bahee sabootaafi sablammoota Itoophiyaa boquusaanii akka ol hinqabanneef waaroo gaddaa itti golguun daranyoo itti ta’aa tureera. Mirga dimokiraasii jechuun immoo akka daa’imaa kan namaatti boohuu osoo hintaane haqarra dhaabatanii haqa dabe deebifachuuf carraaquudha.
Kun ta’ee osoo jiruu akkuma, “Girri girrii keessa buddeen caabitaa lama bade” jedhamu tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatamaa jiru dahoo godhachuun saamuufi sirna saamtuu fiiwudaalizimiifi sooshaalizimii sirna duraaniin walfakkaatu calaqqisiisuun darbee darbee ni mul’ata.
Itoophiyaa keessatti sirna mootummaa tokkee ijaaruuf sochiin taasifamu kun callisaan kan bira darbamu osoo hintaane gocha kutannoo siyaasaa mootummaa barbaaduudha.
Biyya alaabaan mootummaa federaalaa sabootaafi sablammootaa bakka bu’u jiru keessatti alaabaa jijjiiruun, qabeenya abbaa qabuufi heeraan daangahetti humnaan abbaa ta’uun mootummaa aangoorra jiruufi seera qabeessa ta’e gatii dhabsiisuu waan ta’eef sirreeffamuu qaba.
Murnoonni maxxantuufi oftuultotaa kun tokkummaa biyyaaf kan yaadan fakkaatanii maqaa Itoophiyaan waaroo gabrummaa deebisuuf warreen kaka’anidha. Tibbanas ilaalcha summaa’aafi dhaqna hinqabamne qondaaltota siyaasaa Oromoorratti tatamsaasuun kaayyoofi ergamasaanii calaqqisiisuuf bakka jiranirraa sagaleesaanii dhageessisaa jiru. Ummatni Oromoo bal’aanis sabootaafi sablammoota biroo waliin ta’uun murna maxxantuu sirna doofaa awwaalame faarsuufi leellisuu jalqabe kana ammumaan qabee dura ofirraa ittisuu danda’uu qaba. Sirna federaalizimii sabdaneessaa ta’e ijaaruuf caalaatti tokkummaatiin ka’uufi egeree biyyattii murteessuufis yeroon amma ta’uusaa hubachuun murteessaadha.
Gaazexaa Bariisaa Mudde 10/2013
Fantastic blog article.Much thanks again. Great.
Effectively spoken of course! !top ten essay writing services how to write english essay dissertation ghostwriter
No matter if some one searches for his essential thing, therefore he/she desires to be available that in detail, therefore that thing is maintained over here.
When someone writes an piece of writing he/she maintains the idea of a user in his/her brain thathow a user can know it. Therefore that’s why this piece of writing is amazing.Thanks!
Very descriptive blog, I loved that bit. Will there bea part 2?
I don’t normally comment but I gotta say thank you for the post on this one :D.
I was recommended this blog by my cousin. I’m notsure whether this post is written by him as nobody else know such detailed about myproblem. You’re amazing! Thanks!
This piece of writing provides clear idea for the new people of blogging, that in fact how to do running a blog.
I really like and appreciate your blog post. Awesome.
Thanks-a-mundo for the post.
Thanks-a-mundo for the blog article. Keep writing.
I really enjoy the post.Really thank you! Much obliged.
I value the blog.Much thanks again. Really Cool.
Very good blog.Really thank you!
excellent points altogether, you just gained a new reader. What would you suggest about your put up that you simply made some days ago? Any certain?
Really enjoyed this blog post.Really looking forward to read more. Really Cool.
I truly appreciate this blog.Thanks Again. Great.
I really liked your blog post.Much thanks again. Awesome.
I really like it when people get together and share ideas. Great blog, keep it up!
Hello, its fastidious paragraph on the topic of media print,we all know media is a wonderful source of information.
free sildenafil – sildenafil pill female sildenafil
Fantastic blog post.Much thanks again. Great.
Awesome blog article.Really thank you! Keep writing.
Really appreciate you sharing this blog.Really thank you! Really Cool.
Sin embargo, la compañia esta cargado, entre otras cosas, en ultima instancia, los proyectos de exito, tales como la construccion de de energia nuclear de desarrollo de negocios.
This paragraph is in fact a pleasant one it assists new net users, whoare wishing in favor of blogging.
토토사이트 I’ll right away grab your rss feed as I can not find your email subscription link or newsletter service.Do you have any? Kindly allow me realize in order that I may just subscribe.Thanks.
minocin online: doxycycline for salestromectol for sale
I enjoy reading through an article that can make people think.Also, thank you for permitting me to comment!
There’s definately a lot to find out about this issue. I really like all the points you have made.
At this time I am going away to do my breakfast, when having my breakfast coming yet again to read more news.
Im thankful for the article post.Really thank you! Much obliged.
online vardenafil – vardenafil coupon order vardenafil online pharmacy
provigil generic modalert online modalert online
Thanks again for the blog article.Really looking forward to read more. Will read on…
Heya i am for the first time here. I found this board and I find It really useful & it helped me outmuch. I hope to give something back and aid others likeyou aided me.
Thanks a lot for the blog.Thanks Again. Cool.
Great post! Great post! You are obviously very knowledgeable. This information is magnificent.
Click for recommendations on how to incorporate insured prizesin your subsequent campaign.
What a information of un-ambiguity and preserveness of valuable experience about unexpected feelings.
I’ll immediately snatch your rss as I can’t to find your e-mail subscription link or newsletter service. Do you’ve any? Kindly permit me realize so that I could subscribe. Thanks.
I think this is a real great post.Thanks Again. Really Cool.
I think this is a real great blog article. Cool.
I cannot thank you enough for the article.Much thanks again. Will read on…
I value the article.Really thank you! Want more.
Looking forward to reading more. Great article.Really thank you! Cool.
I truly appreciate this article.Really thank you! Fantastic.
Great post.Really thank you! Much obliged.
hello admin where are you from bro nice jobs my friends
I constantly spent my half an hour to read this blog’s posts every day along with a mug of coffee.
At this moment I am ready to do my breakfast, afterward having my breakfast coming over again to read additional news.
Awesome blog article.Much thanks again. Really Great.
This is one awesome article post.Really thank you! Great.
Major thankies for the blog article.Really looking forward to read more. Cool.
Very good blog article.Much thanks again. Much obliged.
I am so grateful for your blog.Really thank you! Keep writing.
I loved your blog.Much thanks again. Keep writing.
I appreciate you sharing this blog article. Want more.
Very neat blog post.Really thank you! Fantastic.
It’s genuinely very complex in this active life to listen news on Television, so I only use internet for that purpose, and obtain the most recent information.
Thank you for your blog article.Really looking forward to read more. Will read on…
I do not even know how I ended up here, but I thought this postwas good. I don’t know who you are but certainly you are going to a famousblogger if you are not already 😉 Cheers!
Thanks so much for the article post.Much thanks again. Really Cool.
I am so grateful for your article post.Thanks Again. Will read on…
A round of applause for your blog.Really thank you! Great.
Appreciate you sharing, great blog article.Much thanks again. Great.
Great article.Much thanks again. Much obliged.
Im grateful for the article. Really Great.
Superb post but I was wondering if you could write a litte more on this topic?I’d be very grateful if you could elaborate a little bit further.Thanks!
ivermectin over the counter canada – ivermectin topical ivermectin tablets order
Enjoyed every bit of your blog.Really thank you! Great.
You can definitely see your skills in the work you write. The arena hopes for more passionate writers like you who are not afraid to say how they believe. At all times follow your heart.