Ijaarsa gamoo

Federeeshiniin atileetiksii Itoophiyaa gamoo abbaa darbii 12 ijaaruuf marii jalqabaa gaggeesse. Gamichi biirolee hojjetoota federeeshinichaafi waldaalee atileetiksi biyyaalessaa, jiimii  sadarkaasaa eeggate,  giddugala wal’aansaa giddugala bashannanaa, godambaafi mana kitaabaa, kutaa qabeenyaafi galma walga’ii qaba. Gamichi Kutaa Magaalaa Eekkaa, naannawa Gurdi Shoolaatti ijaarama.

Tashoomaa Qadiidaatiin

Recommended For You

4 Comments to “Ijaarsa gamoo”

  1. Pingback: Continued

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *