Waaliyaan tapha deebii boru Jibuutii wajjin taasifata

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa Afrikaa (“CHAN”) jedhamuun beekamuufi taphattoonni liigiiwwan biyyaa keessatti taphatan qofti irratti hirmaatan waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa adda addaatti adeemsifama.

Shaampiyoonaan kun ALA bara 2009 qopheessummaa Koti’divaariin biyyoota gulaalaa darban saddeet jidduutti yoo ta’u, Rippablikiin Diimokraatik Koongoo tapha maahessaattin Gaanaa 2-0n mo’achuun abbaa waancaa taateetti.

Shaampiyoona kanarratti biyyoonni 30 taphawwan gulaalaa kan adeemsifatan yoo ta’u, carraa  shaampiyoonicharratti hirmaachuu kan argatan garuu saddeet qofa.

Haata’u malee biyyoonni Afrikaa hedduun hirmaachuuf gaafii dhiheessaniin ALA bara 2011 irraa kaasee konfedereeshinichi hirmaattota dabaluusaatti ammaan tana biyyoota 16 jidduutti gaggeeffama.

Haaluma kanaan shaampiyoonichi yeroo jahaffaaf ALA bara 2020 qopheessummaa Kaameeruuniin biyyoota 16 jidduutti adeemsifama jedhamee eegama.

Itoophiyaan shaampiyoonaa kana qopheessuuf pirezedaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa  duranii, Obbo Junaddii Bashaatiin asxaa  qopheessummaa fudhattus sababii adda addaatiin hin dandeessu waan jedhameef Kaameeruun akka qopheessitu ta’eera.

Ta’us gareen kubbaa miilaa Itoophiyaa, Waaliyaanis shaampiyoonaa kanarratti hirmaachuuf walmorkii gulaala gulaalaa duraa adeemsifachaa jira.

Waaliyaan tapha gulaala gulaalaa duraa kana torban kana keessa garee Jibutii wajjin Jibutiitti adeemsifachuudhaan galcha 1-0n mo’atee biyyatti deebi’uunsaa kan yaadatmuudha. Walmorkiin deebii ammoo boru Dirree Dhawaatti gaggeeffama

Waaliyaan tapha  kanaan yoo mo’ate walmorkii ittaanu garee Ruwaandaa wajjin akka taasifatu sagantaan konfedereeshinichaa ni ibsa.

Tashoomaa Qadiidaatiin

Gaazexaa Bariisaa Adoolessa 27/2011

Recommended For You

19 Comments to “Waaliyaan tapha deebii boru Jibuutii wajjin taasifata”

  1. Pingback: naga356
  2. Pingback: More Bonuses
  3. godownloader. com
    Thanks on your marvelous posting! I certainly enjoyed reading it, you can be a great author.
    I will make certain to bookmark your blog and may come back someday.
    I want to encourage you continue your great writing, have a nice holiday weekend!

  4. nagasaon sydney sabtu
    I do consider all the ideas you have introduced for your
    post. They’re really convincing and can definitely work.
    Still, the posts are too brief for beginners. Could you
    please prolong them a bit from next time? Thank
    you for the post.

  5. sokuja sokuja sokuja sokuja (https://northernfortplayhouse.com/)
    If you wish for to increase your familiarity just keep visiting this website
    and be updated with the newest news posted here.

  6. omtogel omtogel omtogel
    I think this is among the most vital information for
    me. And i’m glad reading your article. But want to remark on few general things, The website style is ideal, the articles is really excellent : D.
    Good job, cheers

  7. gelas togel gelas togel gelas
    togel
    I believe that is among the such a lot vital information for me.
    And i am happy studying your article. But want to observation on some general things,
    The web site style is ideal, the articles is
    really excellent : D. Just right process, cheers

  8. hantuslot hantuslot hantuslot
    I really like your blog.. very nice colors & theme.
    Did you design this website yourself or did you hire someone to do it for you?
    Plz answer back as I’m looking to design my own blog and
    would like to find out where u got this from.
    cheers

  9. pelangi88 pelangi88 pelangi88
    Good day! I could have sworn I’ve visited this blog before but
    after looking at many of the articles I realized it’s new to
    me. Anyhow, I’m certainly pleased I stumbled upon it
    and I’ll be bookmarking it and checking back often!

  10. Pingback: from this source

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *