Biyyoonni tapha ittaanuuf darban har’a taphatu

Finfinnee: Amajjii 4 bara 2016 irraa kaasee gareewwan 24 jidduutti adeemsifamaa kan jiru walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa biyyoonni saddeet gulaalaa ala yoo ta’an, 16 ammoo tapha ittaanuuf darbuudhaan har’arraa kaasanii walfalmu.

Akkaataa sagantaan Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa muldhisutti har’arraa kaasee Angoolaan Naamiibiyaa wajjiin, Naayijeeriyaan Kaameeruun wajjin, Ikuwaatoriyaal Giiniin Giinii Bisaawu wajjin taphatu.

Akkasumas Misir Riippaabilika Dimokraatawaa Koongoo waliin, Keepvardii fi Mooritaaniyaan, Seneegaaliifi Kootdivaar, Maaliifi Burkiinaa Faasoo, Morokoofi Afrikaan Kibbaa ni taphatu.

Tashoomaa Qadiidaatiin

BARIISAA SANBATAA Amajjii 18 Bara 2016

Recommended For You

5 Comments to “ Biyyoonni tapha ittaanuuf darban har’a taphatu”

  1. Pingback: blote tieten

Comments are closed.