Fiigicha dubartootaa meetira kuma 5 irratti rikoordii atileet Gudaaf Tsaggaayeen cabsite raggaasifame

Dorgommii Daayimandii Liigii Ameerikaa Iwuujinitti gaggeeffameen; Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommii meetira kuma 5 dubartootaatiin rikoordii addunyaa cabsuun injifachuunshee niyaadatama. Atileet Gudaaf fiigicha meetira kuma 5 dubartootaa daqiiqaa 14f sekondii 00 fi maayikiroo sekoondii 21n xumuruuni rikoordii addunyaa kan cabsite. Akka ragaan Atileetiksii Addunyaa ibsutti; Rikoordii addunyaa atileet Gudaaf fageenyichaan galmeessiste mirkanaa’uun isaa ibsamee jira.

Dajanee Bulchaatiin

BARIISAA SANBATAA Sadaasa 15 Bara 2016

Recommended For You

5 Comments to “ Fiigicha dubartootaa meetira kuma 5 irratti rikoordii atileet Gudaaf Tsaggaayeen cabsite raggaasifame”

  1. Pingback: bk8
  2. Pingback: 꽁머니 추천

Comments are closed.