Atileet Qananiisaa Baqqalaa Maraatoonii Vaaleenshiyaa boruurratti nihirmaata

Finfinnee: Atileet Qananiisaa Baqqalaa Maaraatoonii Vaaleenshiyaa akka lakkoofsa Awurooppaa boru gaggeeffamurratti akka hirmaatu beeksise.

Atileetichi miidhama yeroo dheeraa booda Maraatoonii Vaaleenshiyaarratti akka hirmaatu ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasummaasaa dabarseen beeksiseera.

Fiigichatti deebi’uuf yeroowwan shaakalaa cimaa dabarsuu kan ibse Qananiisaan, dorgommicharratti dandeettii koon madaala jechuunis ibseera.

Maraatooniin Vaaleenshiyaa isaaf haaraa ta’uus eeree, deeggartootasaafi maatii ispoortii gara dorgommii kanaatti akka deebi’uuf deeggarsa taasisaniif galateeffateera

Dajanee Bulchaatiin

BARIISAA SANBATAA Sadaasa 22 Bara 2016

Recommended For You

3 Comments to “ Atileet Qananiisaa Baqqalaa Maraatoonii Vaaleenshiyaa boruurratti nihirmaata”

  1. Pingback: sex tre em
  2. Pingback: junk search engine

Comments are closed.