Ispoorteessaan biskileetii duraanii Garramoo Damboobaa boqotan

Ispoorteessaan beekamaan biskileetii duraanii Garramoo Damboobaa du’aan addunyaa kanarraa boqotan.

Ispoorteessaan biskileetii duraanii Garramoo Damboobaa dhibee isaaniira tureen tajaajila yaalaa argachaa turuun guyyaa kaleessaa umurii isaanii 90tti boqochuu Tajaajilli Oduu Itoophiyaa gabaase.

Yeroo jalqabaaf Itoophiyaan Olompiikii Meelboorni bara 1956 irratti yoo hirmaattu, atileetii jalqabaa biskileetiin hirmaateedha.

BARIISAA SANBATAA Guraandhala 18 Bara 2015

Recommended For You

2 Comments to “Ispoorteessaan biskileetii duraanii Garramoo Damboobaa boqotan”

  1. Pingback: blote tieten
  2. Pingback: 꽁돈 지급

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *