Hidhanni ispoortii arjoomame

Finfinnee: Waldaan Kubbaa miilaa Addunyaa ”FIFA”n dargaggoota 600 ta’an kanneen Finfinneetti argamaniif meeshaalee ispoortii kubbaa miilaa arjoome.

Maqaa “FIFA”n meeshaa kana Pirezidaantii Itoophiyaa Saahilawarqi Zawudetti kan kennan barreessituu waldichaa Faatimaa Saamu’eeli.

Sirna Akkaadaamii ispoortii dargaggootaa kan kutaa magaalaa Boolee, naannawa Garjiitti argamutti argamuudhaan meeshaa kana kan fuudhan Pirezidaanti Saahilawarqi dhaabbaticha galateeffataniiru.

Tashoomaa Qadiidaatiin

BARIISAA SANBATAA Sadaasa 18/2014

Recommended For You