Qaam’ee ida’amuun

Sagantaan biyyoolessaa “Qaam’e ida’amuun” qophiirra jiraachuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksise

Haalumakanaan; Qaam’een 1 guyyaa badhaadhina kan bakka bu’e yammuu ta’u, Waajjira Muummee Ministiraatu qindeessa.

Qaam’een 2 guyyaa nageenyaa yammuu ta’u, ministira Ministeera Nageenyaa, Aadde Mufaariyaat Kaamiilin hogganama.

Qaam’een 3 guyyaa biyyaan boonuu yammuu ta’u, kantiibaa ittaanaa Magaalaa Finfinnee, Injiinar Taakkalaa Uumaatiin duurfama.

Qaam’een 4 guyyaa moggaasa dimokraasii jedhu kan argate yammuu ta’u, ministira Ministeera Geejibaa Aadde Daagmaawiit Mogasiin hogganama.

Qaam’een 5 guyyaa haqaa jedhamuun kan mogga’e yammuu ta’u, Abbaa Alangaa Federaalaa Obbo Biraanuu Tsaggaayeetiin hogganama.

Qaam’een 6 guyyaa tokkummaa biyyoolessaa jedhamuun yaadatameet oola.

Gaazexaa Bariisaa Hagayya 18/2011

Recommended For You

3 Comments to “Qaam’ee ida’amuun”

  1. Pingback: jarisakti
  2. Pingback: bk8
  3. ラブドール販売 類似のダッチワイフを保管するための約4つの明示的な戦略ダッチワイフにあなたの並外れた性的ファンタジーを満足させましょうペニスがそのサイズを大きくし、合理的なダッチワイフとの性的共存を改善するのに役立ちます

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *