Qosaa

Kadhataa  tokkotu  qoobii harka lamatti qabatee karaarra dhaabate kadhataa ture. Achumaan namni karaa darbu tokko saantima fuudhee  qoobiisaa tokko keessa buuseefi darbee adeemuuf erga miila tokko lafaa fuudhee booda itti deebi’ee qoobii kanatti hoo maal kadhatta? Jedhee gaafate. Achumaan kadhatichi ‘’Jidduu kana hojii gaarii ta’aa waan jiruuf damee hojii haaraa banachuu kooti’’ jedhee sababa qoobii lama qabateef itti hime.

 Tashoomaa Qadiidaatiin

Bariisaa Sanbataa Adoolessa 13/2011

Recommended For You

8 Comments to “Qosaa”

  1. Pingback: Japanese girls
  2. Pingback: ตู้แช่
  3. Pingback: 789BET

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *