Shaampiyoonaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa bara 2011 xumuramuf taphawwan lama qofatu hafa. Taphawwan hanga ammaatti adeemsifamanitti kilaboonni magaalaa Faasiiliifi Maqalee Sabaa Indartaa shaapiyoonummaaf kan wal argan ta’u. Akkasumas,  kilabni Dadabiit gara liigii biyyaaleessaatti yoo gadi bu’u, Poolisiin Kibbaafi Raayyaan Ittisaas sigigaachuuf qarqarraratti argamu.

Walmorkii baranaatiin sadarkaan kilabootaa gabatee armaan gadii keessatti ibsameera.

lak Maqaa tapha Mo’e qixa Mo’ame galche Itti gale Qooda qabxii
1 Magaalaa Faasiil 28 14 11 3 45 16 29 53
2 Maqalae Sabaa Indartaa 28 16 5 7 41 22 19 53
3 Buna Sidaamaa 28 15 7 6 39 28 11 52
4 Qiddus Giyoorgis 27 12 10 5 28 12 16 46
5 Jimmaa Abbaa Jifaar 28 10 10 8 29 34 -5 40
6  Magaalaa Hawaasaa 28 10 8 10 36 29 7 38
7 Buna Itoophiyaa 28 10 8 10 23 18 5 38
8 Magaalaa Baahir Daar 28 9 11 8 24 30 -6 38
9 Walwaaloo Addiigiraat 27 9 10 8 15 16 -1 37
10 Magaalaa Adaamaa 28 8 11 9 28 23 5 35
11 Walaayittaa Diichaa 28 8 11 9 29 27 2 35
12 Dirree Dhawaa 28 9 8 11 28 31 -3 35
13 Shiree Indasillaasee 28 6 12 10 26 37 -11 30
14 Raayyaa Ittisaa 28 7 8 13 31 52 -20 29
15 Poolisii Kibbaa 28 7 7   14   37   37 -6 28
16 Dadabiit 28 4 1 23 52 60 -42 13

Tashoomaa Qadiidaatiin

Bariisaa Sanbataa Waxabajjii 29/2011

Recommended For You

4 Comments to “Shaampiyoonaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa”

  1. Pingback: Buy Guns Online
  2. Pingback: SWS Marketing

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *