Jeneraal Adam Mohaammad Shuumii Itaamaazyorii ta’uu muudaman

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad muudama kaleessa kennaniin Jeneraal Adam Mohaammad Shuumii Itaamaazyoorii Waliigalaa taasiisuun muudaniiru.

Bifuma walfakkaatuun Leetanaal Jeneraal Mollaa Haayilamaariyaam Ajajaa Humna Lafarraa, Dammallaash Gabramikaa’el Daarektara Olaanaa Tajaajila Odeeffannoofi Nageenyaa taasisuun muuduusaanii OBN irraa odeeffanneera.

Bariisaa Sanbataa Waxabajjii 22 bara 2011

Recommended For You

One Comment to “Jeneraal Adam Mohaammad Shuumii Itaamaazyorii ta’uu muudaman”

  1. Pingback: check here

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *