Anyuwaa, Nuweer, Majaang, Oppoofi Koomoon Sabootaafi Sablammoota shanan naannoo Gaambeellaa keessa jiraniidha. Saboonniifi sablammoonni Itoophiyaa biroonis naannicha keessa jiraachaa jiru. Barreeffama kanaan aadaan fuudhaafi heeruma saba Anyuwaa maal akka fakkaatu akka armaan gadiitti isiniif dhiyeessineerra.
Obbo Uriyaad Opiyoo saba Anyuwaafi walittiqabaa jaarsoliiti. Afaan Anyuwaatti dabalanii Afaan Oromoofi Amaariffa sirriitti dubbachuu danda’u. Obbo Uriyaad maqaa kiristinaa Haaylamaariyam Takilamaariyamiin beekamu. Aadaa fuudhaafi heeruma saba Anyuwaa ilaachisuun gaaf deebii dhiyeenya kana Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin, Obbo Uriyaad waliin taasifneeen akka, Aadaan fuudhaafi heerumni saba Anyuwaa Chood, Nyuum, Nyiik, Biil, Ku’aal jedhamuun bakka bakka shanitti qoodama jedhu.
Chood: sirni fuudhaafi heerumaa kun waliigaltee (fedha) warra wal fuudhanii irratti hundaa’uudhaan raawwatama. Haati intalaa callee kanaan dura fayyadamaa turte ni kenniti. Intalli kun callee kana kaadhimaa isheetiif kenniti. Haati intalaa callee intala isheerraa yeroo dhabdu calleen ani siif kenne eessa jira jedhanii gaafatu. Intallis callicha kaadhimaa isheetiif akka kennite itti himti. Maatiin ilmaas calleen mucaa keessanii nu bira jira jedhanii warra intalaatti himu. Yeroo kana qara eeboo irratti callee adii hidhuudhaan maatii intalaa ykn abbaa intalaatiif kennu.
“Mucaan keessan mucaa keenya” jechuudhaan qarshii hanga ta’e warra intalaatiif kennu. Qarshiin kennamus humna namichaa irratti hundaa’a. Qarshiin kennamu gatii callee ‘Dimuunyii’ lama ykn sadii ta’uu danda’a. Ilmi fuudhu obboleettii yoo qabaate callee isaaf kenname sana obboleettiisaaf kennuu ni danda’a. Gatiin callee tokkoo bara mootummaa Hayilasillaasee qarshii 60, bara mootummaa Dargii ammoo qarshii 120 ture.
Yeroo ammaa garuu gatiin callee tokkoo qarshii kuma torbaafi 800 ta’eera. Calleen kun yeroo ammaa baay’inaan waan hin argamneef qarshiitti jijjiiramee kaffalamaa jira. Sirni fuudhaafi heerumaa kun fedhiifi waliigaltee warra walfuudhuu irratti waan hundaa’uuf sabicha biratti guddaa filatamaadha.
Nyuum: Sirna fuudhaafi heerumaa kana keessatti warri wal fuudhan lamaan utuu wal hinbeekin waliigaltee maatiiwwan lamaaniitiin kan raawwatamuudha. Maatiin ilmaa maatii warra intalaa bira dhaqanii ilmi keenya intala keessan akka fuudhuuf nuuf kennaa jedhanii gaafatu. Sirna fuudhaafi heerumaa kana keessatti warri wal fuudhan lamaan utuu wal hinbeekin waliigaltee maatiiwwan lamaaniitiin fuudhaafi heeruma raawwatu.
Nyiiik: Sirni fuudhaafi heerumaa kun jaalala, fedhiifi waliigaltee warra walfuudhanii irratti utuu hintaane qabeenya irratti xiyyeeffata.Sirna fuudhaafi heerumaa kana keessatti ilmi warra sooressaa ta’e tokko intala jaallatee fuudhuuf ka’e; intalli kun kan kiyya nan fuudha jedhee namoota hedduu gidduutti dubbata. Sirna fuudhaafi heerumaa kun nama qabeenya qabu gidduutti raawwatama.
Biil: Sirna fuudhaafi heerumaa kana keessatti namni intala qabu intala isaa qabsiisee nama qarshii qaburraa qarshii liqeeffata. Namni qarshii liqeesse sun intalattii yoo jaallate fuudhee haadha manaa taasifata. Yoo ilma qabaate ammoo ilma isaa fuusisa. Sirna fuudhaafi heerumaa kana keessatti intala qabsiisanii qarshii liqeeffatu.
Ku’aal: Sirna fuudhaafi heerumaa kana keessatti warri wal fuudhan lamaan waljaallatanii garuu yoo inni qarshii hinqabu ta’e, maatiin intalaa namni qarshii qabu intala isaanii akka fuudhu taasisu. Gurbaan intala jaallatee qarshii dhabe sun qarshii walitti qabatee dhaqee intala jaallatee ture sana abbaa manaa ishee jalaa butee fuudha. Isa booda qarshii abbaan manaa ishee duraan kenne akka deebisu ni taasifama.
Wiich: jechuun Dhaala. Kun kan raawwatamu yerooabbaan ykn obboleessi haadha warraa isaarraa du’u, maatiin akka hindiigamneef firri dhiyeenyaa akka ishee fuudhu ni taasifama. Sirni fuudhaafi heerumaa kun dhaala jedhama.
Sirnawwan fuudhaafi heeruma saba Anyuwaa kana keessaa inni filatamaafi fudhatamummaa qabu sirna fuudhaafi heerumaa ‘Chood’ jedhamuudha. Sirni fuudhaafi heerumaa kun fedhii, jaalalaafi waliigaltee warra walfuudhan lamaanii irratti waan hundaa’uuf hawaasicha biratti filatamaadha. Sirnawwan fuudhaafi heerumaa kanneen biroon qabeenyaafi qarshii waliin walqabatu. Intala qarshiidhaan akka jijjiiramtu ykn bitamtu waan taasisuuf harka qalleessaafi sooressa gidduutti garaa garummaa uuma.
Aadaan fuudhaafi heeruma Anyuwaa yeroo ammaa badaa jira. Warri intalaa qarshii kuma 30 hanga 40tti waan gaafataniif dargaggoonni Anyuwaa hedduun sabootaafi sablammoota biroo keessaa fuudhaa jiru. Intalloonni Anyuwaa heerumaaf ga’anis sababa kanaan utuu hin heerumni kan turan hedduudha. Rakkoo gama kanaan jiru furuufi aadaa fuudhaafi heeruma jaalala, fedhaafi waliigaltee warra wal fuudhan lamaan irratti xiyyeeffatu deebisuuf jaarsoliin biyyaa marii taasisuu jalqabaniiru. Marichi hanga maatiitti akka gad bu’uufis hojjechaa jiraachuu dubbatu.
Kanaan dura sabni Anyuwaa saba biraatti heerumuufi fuudhuun bal’inaan hinmul’atu ture. Yeoo ammaa garuu sabni Anyuwaa saboota birootti heerumaafi saboota biroo keessaa fuudhaa jiru. Kun ammoo hariiroo sabni Anyuwaa sabootaafi sablammootaa biroo waliin qabu cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhu Obbo Haaylamaariyam.
Natsaannat Taaddasaatiin
Bariisaa Sanbataa Waxabajjii 8/2011
commander médicaments au Canada 1a pharma San Ramón de la Nueva Orán ¿dónde comprar medicamentos
de manera segura?
что едят девушка козерог самая маленькая планета марс
меркурий уран овен мужчина обереги
как зашифровать я тебя люблю
смайликами, я тебя люблю из смайликов в инстаграме к чему снится рыбка маленькая живая
at web, except I know I am getting familiarity all the time by reading thes pleasant posts.|Fantastic post. I will also be handling some of these problems.|Hello, I think this is a great blog. I happened onto it;) I have bookmarked it and will check it out again. The best way to change is via wealth and independence. May you prosper and never stop mentoring others.|I was overjoyed to find this website. I must express my gratitude for your time because this was an amazing read! I thoroughly enjoyed reading it, and I’ve bookmarked your blog so I can check out fresh content in the future.|Hi there! If I shared your blog with my Facebook group, would that be okay? I believe there are a lot of people who would truly value your article.|منشور رائع. سأتعامل مع بعض هذه|
pokračovat v tom, abyste vedli ostatní.|Byl jsem velmi šťastný, že jsem objevil tuto webovou stránku. Musím vám poděkovat za váš čas
det. Denne side har bestemt alle de oplysninger, jeg ønskede om dette emne, og vidste ikke, hvem jeg skulle spørge. Dette er min 1. kommentar her, så jeg ville bare give en hurtig
nogensinde løbe ind i problemer med plagorisme eller krænkelse af ophavsretten? Mit websted har en masse unikt indhold, jeg har
díky tomuto nádhernému čtení! Rozhodně se mi líbil každý kousek z toho a já
det. Denne side har bestemt alle de oplysninger, jeg ønskede om dette emne, og vidste ikke, hvem jeg skulle spørge. Dette er min 1. kommentar her, så jeg ville bare give en hurtig
) Jeg vil besøge igen, da jeg har bogmærket det. Penge og frihed er den bedste måde at ændre sig på, må du være rig og
værdsætter dit indhold. Lad mig venligst vide det.
Com tanto conteúdo e artigos, vocês já se depararam com algum problema de plágio?
ocenili váš obsah. Dejte mi prosím vědět.
Tak Hej der til alle, det indhold, der findes på denne
Podem recomendar outros blogues/sites/fóruns que tratem dos mesmos temas?
Podem recomendar outros blogues/sites/fóruns que tratem dos mesmos temas?
pokračujte v pěkné práci, kolegové.|Když máte tolik obsahu a článků, děláte to?
nenarazili jste někdy na problémy s plagorismem nebo porušováním autorských práv? Moje webové stránky mají spoustu unikátního obsahu, který jsem vytvořil.
) سأعيد زيارتها مرة أخرى لأنني قمت بوضع علامة كتاب عليها. المال والحرية هي أفضل طريقة للتغيير، أتمنى أن تكون غنيًا و
ocenili váš obsah. Dejte mi prosím vědět.
Tak skal du have!|Olá, creio que este é um excelente blogue. Tropecei nele;
Com tanto conteúdo e artigos, vocês já se depararam com algum problema de plágio?
الاستمرار في توجيه الآخرين.|Ahoj, věřím, že je to vynikající blog. Narazil jsem na něj;
I will revisit once again since i have book-marked it. Money and freedom is the best way to change, may you be rich and continue to guide others.
Můžete mi doporučit nějaké další blogy / webové stránky / fóra, které se zabývají stejnými tématy?
råb ud og sig, at jeg virkelig nyder at læse gennem dine blogindlæg.
že spousta z něj se objevuje na internetu bez mého souhlasu.
på grund af denne vidunderlige læsning !!! Jeg kunne bestemt virkelig godt lide hver eneste lille smule af det, og jeg