
Finfinnee: Waldaan Federeeshinii Atileetiksii Addunyaa dorgommiiwwan atileetiksii waggaa waggaan qopheessu keessaa tokko dorgommii Daayimandi liigii jedhamuun kan beekamuudha. Dorgommiin kun akka shaampiyoonaawwan atileetiksii addunyaa magaala tokko qofatti osoo hintaane magaalota 14 irratti gaggeeffama.
Daayimandi liigiin kun bara 2010 kan jalqabame yoo ta’u, waggoota kudhan lakkoofsiseera. Yeroo jalqabamu Gooldan Liigii jedhamuun magaalota torbarra naanna’uun gaggeeffamaa kan ture.
Haata’u malee koreen hojii raawwachiiftuu Federeeshina Atileetiksii Addunyaa baay’ina akaakuuwwan atileetiksii hubachuun bara 2015 irraa kaasee maqaasaa gara Daayimandi Liigiitti akka geddaramu taasisuun magaalota biyyoota 14 irratti akka gageefamuuf murteesse.
Baranas yeroo kurnaffaadhaaf ALA Caamsaa 3 hanga Fulbaana 6 bara 2019tti magaalota biyyoota Kuwaataar Doohaatti, Chaayinaa Shangaayi, Siwiidin Istokoholmitti, Xaaliyaan Roo mitti, Norweeyi Oslootti, Morookoo Raabaatiitti, Ameerikaa Iwujinitti(Eugene), Siiwiizarlaandi, Lusaanneetti, Faransaay, Monaakootti, Ingiliz Londoniifi Barmingihaamitti, Faransaayi Paarisitti, Swiizarlaandi, Zurikitti, Beeljiyeem Biraaselsitti akka adeemsifamu beekuun danda’ameera.
Dorgommiin kun akaakuuwwan ispoortii atileetiksii 32n magaalota kanneenitti kan adeemsifamu yoo ta’u, Waldaan Atileetiksii Addunyaa (‘’IAAF’’) mo’attootaaf badhaasa dolaarii Miiliyoona sagalii qopheesun mo’attoonni doolaarii akka hammaarratan gochuuf.
Dorgommii badhaasa guddaa argamsiisu kanarraatti atileetonni addunyaarratti beekaman martinuu waan hirmaataniif daawwataa biratti hawataa akka ta’u gamanumaan beekameera.
AIA Caamsaa 3 bara 2019 magaalaa Doohaatti kan jalqabame dorgommiin kun Dilbata darbees akaakuuwwan ispoortii adda addaatiin Chaayinaa magaalaa Shangaayitti adeemsifameera.
Fiigicha meetira kuma shanii kan dhiirota jidduutii adeemsifameetti atileetiin Itoophiyaa kanneen biyyoota biroo osoo of jidduu hingalchiin tartiibaan tokkoffaadhaa hanga sadaffaa bahuudhaan mo’ataniiru.
Dorgommii kanatti atileeti Yoomiif Qajeelchaa daqiiqaa 13:04.16n tokkoffaa ta’uun xumureera. Sa’aatin Yoomiif galmeessise riikardii Daayimandi Liigii ta’uusaa waldichi ibseera. Akkasumas Salamoon Baaragaa daqiiqaa 13:04.71n lammaffaa, Hagoos G/Hiyiwot daqiiqaa 13:04.83n sadaffaa ta’uunsaanii beekameera.
Fiigicha meetira kuma tokkoofi 500 kan dubartoota jidduutti gaggeeffameen ammoo atileeti Gidafaayi Tsaggaayee lammaffaa, atileeti Daawit Siyyum jahaffaa, Aksumaawiit Ambaayee jahaffaafi Almaaz Saamu’eel saddeetaffaa ta’aniiru.
Tashoomaa Qadiidaatiin
Bariisaa Caamsaa 16/2011
Holgura mecanica
Sistemas de calibración: esencial para el operación suave y efectivo de las equipos.
En el ámbito de la tecnología moderna, donde la rendimiento y la confiabilidad del sistema son de máxima significancia, los aparatos de balanceo cumplen un rol crucial. Estos dispositivos específicos están concebidos para equilibrar y estabilizar componentes giratorias, ya sea en dispositivos productiva, automóviles de transporte o incluso en dispositivos hogareños.
Para los especialistas en reparación de equipos y los profesionales, manejar con equipos de calibración es crucial para proteger el operación fluido y seguro de cualquier aparato giratorio. Gracias a estas alternativas avanzadas innovadoras, es posible minimizar significativamente las oscilaciones, el zumbido y la carga sobre los sujeciones, prolongando la duración de componentes valiosos.
Igualmente importante es el tarea que tienen los dispositivos de ajuste en la atención al comprador. El soporte experto y el reparación constante empleando estos sistemas permiten ofrecer prestaciones de óptima nivel, mejorando la agrado de los clientes.
Para los responsables de empresas, la aporte en unidades de ajuste y detectores puede ser clave para optimizar la eficiencia y productividad de sus aparatos. Esto es particularmente importante para los empresarios que administran medianas y pequeñas empresas, donde cada punto importa.
Asimismo, los aparatos de balanceo tienen una gran aplicación en el sector de la seguridad y el monitoreo de excelencia. Facilitan encontrar eventuales problemas, evitando intervenciones onerosas y problemas a los aparatos. Más aún, los datos recopilados de estos aparatos pueden aplicarse para optimizar procedimientos y mejorar la visibilidad en plataformas de investigación.
Las áreas de utilización de los aparatos de equilibrado comprenden múltiples sectores, desde la producción de transporte personal hasta el supervisión de la naturaleza. No influye si se refiere de extensas manufacturas industriales o limitados establecimientos hogareños, los sistemas de calibración son esenciales para proteger un funcionamiento efectivo y sin presencia de fallos.