Abdii Itoophiyaa: Atileetota guddatootaafi dargaggootaa

Finfinnee: Itoophiyaan addunyaarrattis ta’u Afrikaattii walmorkiiwwan ispoortii hedduudhaan hirmaachaa turte. Isaan keessaa qabxii olaanaa galmeesisaa kan jirtu atileetiksiidhaani. Kanaaf ammoo ragaa kan ta’u walmorkiiwwan biyyoolessaarratti waltajjiiwwan atileetiksii kan atileetonni Itoophiyaa  irratti hinrmaanne hawataa ta’uu dhabuusaati.

Aadaa injifannoo ispoortii atileetiksii keenya kaleessa ture har’as, gara fuula duraattis akka jiraatuuf abbaa qabxii kan ta’an atileetonni, leenjistonni, mootummaan, koreen Olompikiifi Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa, ummanni, abbootiin qabeenyaafi waldaaleen ispoortiiwwanii martinuu yoo walta’anii hojeetan qofa.

Biyyattiif Addunyaafi Afrikaarratti beekamtii olaanaa kan argamsiise  ispoortiin atileetiksii kun yeroodhaa gara yerootti qabxiinsaa foyya’aa kan adeemu dargaggoota guddatootaafi dargaggoota abdii boruu ta’aniin waan bakka bu’aniifi.

Yaada kanaaf raggaa kan ta’u dorgommii qaxxaamura biyyaa dargaggoota Addunyaa  43fa Deenmaarki, Magaalaa Arihusitti adeemsifametti atileetonnishee addunyaarraas ta’u  Afrikaarraa tokkoffaa  ishee taasiisusaanitini.

Akkasumas torban darbe keessa shaampiyoonaa atileetiksii dargaggoota guddatootaa umrii 18fi umrii 20 gadii magaalaa lammaffaa Kotidivaar, Abudijaanitti adeemsifametti meedaaliyaawwan warqii jaha, meetii 10fi nahaasa 14 walumaagalatti meedaaliyaawwan 30 hammaarrachuusheetti. Shaampiyoonaa kanarratti  biyyoonni Afrikaa  32 akaakuuwwan ispoortii atileetiksi hedduun  kan hirmaatan yoo ta’u, Itoophiyaan  sadarkaa 4fa argachuudhaan biyyatti deebiteeti.

Miseensota atileetiksii 82n kan hirmaate Itoophiyaan shaampiyoonaa kanarratti qooda kan fudhatte ispoortiiwwan heddu kanneen kanaan dura ittiin hirmaattee hinbeekneen yoo ta’u, meedaaliyaawwanis kan argatte ispoortiiwwanuma kanneeniin ta’uusaatti.

Biyyi teenya taphawwan Olompikiis ta’u shaampiyoonaawwan atileetiksii Addunyaafi Afrikaarratti kan ittin beekamtu fiigicha dheeraadhaan ture. Haata’umalee Waldaan Federeeshini Atileetiksii Addunyaa (“IAAF”) fiigicha kana dorgommii keessaa haqaa waan jiruuf biyyoonni hirmaachaa kan jiran maaraatooniifi fiigicha gabaabaadhaani.

Itoophiyaanis ispoortiiwwan gabaabaarratti xiyyeeffachuudhaan shaampiyoonaa dargaggoota Afrikaarratti meedaaliyaawwan hedduu kan argatte dorgommiiwwan kanaan dura qabxii irratti galmeessistee hinbeekne, fiigicha meetira 400, kan meetira 4×400, 200, furgaasaafi utaalcha kurupheessaatiini.

Jilli Itoophiyaa kan shaampiyoonaa atileetiksii dargaggootaa Afrikaarratti hirmaate kun Wixata darbe wayita biyyatti deebi’u miseenson koree raawwachiiftuu hojii Olompikii Itoophiyaafi Federeeshinii Atileetiksi Itoophiyaa simachuudhaan Hoteela Itoophiyaatti irbaata afeeramee, qarshii badhaafameera.

Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa qofti walumaagalatti jila kanaaf qarshii kuma 875, Koreen Olompikii Itoophiyaa kuma 450n, miseensi koree raawachiftuu hojiifi abbaan qabeenyaa Hoteela Itoophiyaa, Obbo Balaayinah Kindee qarshii kuma 150, walumaagalatti badhaasn qarshii miiliyoona tokkoofi kuma 475 badhaafamaniiru.

 Pireziidaantiin Koree Olompikii Itoophiyaa Doktor Ashabbir Waldagiyoorgis sirnicharratti akka dubbatanitti, biyyattiin shaampiyoonaawwan dargaggootaa kanarratti qabxiin isheen galmeessisaa jirtu kan yoomiyyuu caalaa nama gammachiisuudha.

Qabxiin kun argamuu kan danda’es Koreen Olompikii Itoophiyaa, Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaafi mootummaan damee kanaaf xiyyeeffannaa kennaa waan jiruuf atileetonniifi leenjistonni, kilaboonniifi waldaaleen ispoortii  tokko ta’uudhaan waan hojjetaniif jedhaniiru.

Qabxii argame kanatti osoo hinbooniin gara fuula duraatti shaampiyoonaawwan biyyoolessaa nu eeggatuf qophii olaanaa gochuutuu nurraa eegama jechuun dhaamaniiru.

Tashoomaa Qadiidaatiin

Bariisaa Ebla 18/2011

Recommended For You

38 Comments to “Abdii Itoophiyaa: Atileetota guddatootaafi dargaggootaa”

  1. Pingback: read here
  2. pijar4d
    Hi, I do think this is a great site. I stumbledupon it 😉 I am
    going to revisit once again since i have book marked
    it. Money and freedom is the greatest way to change, may you be rich and continue
    to help other people.

  3. kursi777
    Hey there! I just wanted to ask if you ever have
    any issues with hackers? My last blog (wordpress) was hacked and I ended up losing many months of
    hard work due to no data backup. Do you have any solutions to protect against hackers?

  4. pragmatic demo pragmatic demo pragmatic demo pragmatic demo
    I like the valuable information you supply on your
    articles. I’ll bookmark your blog and test once more here frequently.
    I’m quite sure I’ll be told lots of new stuff proper here!

    Good luck for the next!

  5. slot demo slot demo slot demo slot demo
    Wonderful work! That is the kind of info that are meant to be shared across the internet.
    Disgrace on the seek engines for not positioning this put up upper!

    Come on over and consult with my site . Thanks =)

  6. pc dalam resep pc dalam resep pc dalam resep
    Aw, this was an extremely nice post. Finding
    the time and actual effort to make a top notch article… but what can I say… I put things off a whole lot and
    never manage to get nearly anything done.

  7. beton888 beton888 beton888
    Hey there just wanted to give you a quick heads up and let you
    know a few of the images aren’t loading correctly.
    I’m not sure why but I think its a linking issue.
    I’ve tried it in two different internet browsers and both show the same
    outcome.

  8. syair taiwan syair taiwan syair taiwan
    Howdy I am so happy I found your blog, I really found you
    by mistake, while I was searching on Bing for something else,
    Regardless I am here now and would just like to say kudos
    for a remarkable post and a all round thrilling blog (I also love the
    theme/design), I don’t have time to look over it all at the moment but
    I have book-marked it and also added in your RSS feeds, so when I
    have time I will be back to read a lot more, Please do keep up the
    awesome job.

  9. wajik777
    My brother suggested I may like this web site. He used to be totally right.
    This post truly made my day. You can not believe simply
    how a lot time I had spent for this information! Thank you!

  10. olxtoto login
    Its such as you learn my mind! You appear to know a lot about
    this, like you wrote the guide in it or something.
    I believe that you simply can do with some % to pressure the message home a little bit, however other than that, this is great blog.
    An excellent read. I will certainly be back.

  11. jaya togel korea
    Nice post. I used to be checking continuously this
    weblog and I’m impressed! Very useful information specifically the ultimate part 🙂 I handle such info much.
    I used to be seeking this particular info for a long time.
    Thanks and best of luck.

  12. lk21 rebahin
    I’m truly enjoying the design and layout of your blog. It’s a very
    easy on the eyes which makes it much more enjoyable for me
    to come here and visit more often. Did you hire out a developer
    to create your theme? Excellent work!

  13. pragmatic demo pragmatic demo
    pragmatic demo pragmatic demo
    you are in point of fact a just right webmaster.
    The site loading pace is incredible. It seems that you’re doing any unique trick.
    Moreover, The contents are masterpiece. you have done
    a wonderful job on this topic!

  14. kpktoto kpktoto
    kpktoto kpktoto
    Heya! I just wanted to ask if you ever have any problems with hackers?
    My last blog (wordpress) was hacked and I ended
    up losing a few months of hard work due to no back up.

    Do you have any solutions to prevent hackers?

  15. waktogel waktogel waktogel
    Write more, thats all I have to say. Literally, it seems as though you relied on the
    video to make your point. You clearly know what youre talking
    about, why waste your intelligence on just posting videos to your blog when you could
    be giving us something enlightening to read?

  16. pragmatic88 pragmatic88 pragmatic88
    You really make it appear so easy with your presentation however I to find this topic to be actually
    something that I think I might never understand.
    It sort of feels too complicated and very huge for me.
    I am looking ahead in your subsequent post, I will
    try to get the hold of it!

  17. luna togel luna togel
    luna togel
    Great blog you have here but I was wanting to know if you knew of
    any community forums that cover the same topics discussed in this article?
    I’d really love to be a part of group where I can get feed-back
    from other experienced individuals that share the same interest.
    If you have any recommendations, please let me know.
    Bless you!

  18. slot demo slot demo slot demo
    I do not know whether it’s just me or if perhaps everyone else encountering problems with your website.
    It seems like some of the text in your posts are running off the screen. Can somebody else
    please provide feedback and let me know if this
    is happening to them as well? This may be a issue with my browser because I’ve had this happen before.
    Appreciate it

  19. macanbola macanbola
    Hello everyone, it’s my first pay a visit at this web page,
    and piece of writing is really fruitful designed for me,
    keep up posting these articles or reviews.

  20. hotwin88 hotwin88 hotwin88
    Hello! Quick question that’s entirely off topic. Do you know how
    to make your site mobile friendly? My weblog looks weird when browsing from
    my iphone. I’m trying to find a theme or plugin that might be able to fix this issue.
    If you have any suggestions, please share. Appreciate
    it!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *