Shaashamannee: Magaalaa Oromoof keessummaa ta’uurraa gara keessummeessuutti ceete

Shaashamannee: Magaalaan Shaashamannee magaalota Oromiyaa bu’uura pilaanii ammayyaawaan guddina ajaa’ibaa keessa jiran keessaa ishee tokko. Magaalaan Lammiilee biyya alaa kanneen akka Jamaayikaafi Filippiinsi dabalatee Sabaafi Sablammoota 25 ol hammattee abbaa qe’ee Oromoof... Read more »

Hidhi Abbayyaa tokkummaa Afrikaanotaa nicimsa

Finfinnee: Hidhi laga Abbayyaa ijaaramaa jiru tokkummaa Afrikaanotaa cimsee walbira akka dhaabbatan taasisuu keessatti shoora olaanaa akka qabu Waajjirri Qindeessa Ijaarsa Pirojektii Hidha Laga Abbayyaa beeksise. Daarektarri Ittaantuun waajjirichaa Aadde Fiqirtaa Taammir... Read more »

Abbootiin amantaa Ergaa Baga ayyaana du’aa ka’uu bara 2016 geessaanii dabrsan

Nagaafi araarri ergaa dhoksaa guyyichaa ta’uus ibsan Finfinnee: Abbootiin amantaa Kiristaanaa hordoftoota amantichaa biyya keessaafi ala jiran maraaf baga ayyaana Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos bara 2016 nagaan isin gahe jechuun ergaa dabarsan.... Read more »

 Ayyaana irreechaa baranaarratti gatiin meeshaaleefi uffata aadaa Oromoo dabaleera

Finfinnee: Kabaja ayyaana Irreechaa baranaan walqabatee gatiin meeshaaleefi uffata aadaa Oromoo hanga tokko dabaluu daldaltoonni damichaa baazaariifi egizibishinii Irreechaa Giddugala Aadaa Oromoorratti hirmaatan ibsan. Oromoon saba meeshaaleefi uffata aadaa mataasaa qabuudha. Dhalootni... Read more »

 Dayaasporaan Oromoo ayyaana Irreechaa aantummaan hirmaataa jira

Finfinnee: Dayaasporaan Oromoo kabaja ayyaana irreechaa biyya keessaafi alaatti hirmaannaa ho’aa taasisaa jiraachuun ibsame. Dura Taa’aa Ittaanaan Waldaa Dayaasporaa Itoophiyaa Obbo Dammaqaa Nagaasaa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, dayaasporaa hedduun... Read more »

Itoophiyaa waggoota15 dhufanitti jiddugalaAviyeeshinii taasisuufhojjetamaa jira

 Itoophiyaa waggoota 15 dhufanitti jiddugala Aviyeeshinii taasisuuf hojjetamaa jiraachuu deetaan Ministira Geejibaafi Loojistikii obbo Dhengee Boruu beeksisan. Itoophiyaatti Agarsiifni jalqabaa Innooveeshinii Aviyeeshinii baatii Onkoloolessa dhufu gaafa guyyaa 13 -17/2016tti Finfinnee golambaa Saayinsiitti... Read more »

Hojiin Oromiyaa galaana dammaa taasisuuf eegalame bu’aaqabeessa

Dhaadannoo “Oromiyaa Galaana Dammaa ni taasisna” jedhuun hojiin inisheetivii misooma dammaatiin jalqabne bu’aa jajjabeessaa argamsisuu jalqabeera. Bu’aan Omisha Dammaarratti arganne kana caalaa yoo asirratti hojjenne dinagdee keenya jajjabeessuun carraa hojii lammiilee hedduuf... Read more »

“Dhalootni Duudhaa ganamaatti deebi’uu qaba” -Abbaa Gadaa Warqinaa Tarreessaa

Taammiruu Raggaasaatiin Finfinnee: Itoophiyaa keessatti waliin jireenyi sabaafi sablammootaa akka dhugoomuuf dhalootni amma jiru duudhaa ganamaatti deebi’uu akka qabu Abbaan Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaa gaafatan. Akka isaan jedhanitti, Itoophiyaan biyya sabdaneessummaan keessatti... Read more »

Bara 2016tti ilaacha ofittummaa keessaa baanee akka biyyaatti yaaduufi hojjechuutu barbaachisa

Finfinnee: Milkaa’inoota bara 2015 keessa galmaa’an, rakkoolee mudataniifi abdii bara haaraa 2016 ilaachisuun maanguddoota godinaalee gara garaarraa dubbisuun yaada isaan nuu kennaniifi ergaa hawwii gaarii isaan akka ittaanutti dhiyeessineera. Godina Gujii Lixaatti,... Read more »

Goobeefi Shinooyyee galmee Yuneeskoorratti galmeessisuuf hojjetamaa jira

-Kaarnivaalli Goobeefi Shinooyyee adeemsifamaa jira  Finfinnee: Goobeefi Shinooyyee galmee Yuneeskoorratti galmeessiisuuf hojjetamaajiraachuun Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Birhaanuu Buuxee ibsa addatti kaleessa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »