Oduu Bariisaa

Bishooftuu: Magaalaa Bishooftuutti Dhaabbanni Daldalaa Fiqaaduu Tsaggaayee jedhamu warshaalee istoovii, huccuufi konkolaattotaa abbaa qabeenyaa Obbo Fiqaaduu Tsaggaayeetiin kaappitaala qarshii biiliyoona 3.7 oliin ijaarame eebbifame. Oromiyaatti industiriiwwan 5000 ol hojii omishaa keessa jiraachuun... Read more »

Finfinnee: Hirmaannaafi fayyadamummaa dubartootaa cimsuuf hojiiwwan garagaraa hojjechaa jiraachuu Waldaan Dubartootaa Oromiyaa beeksise. Faawundeeshiniin Guddinaa Tumsaa qorannoo hirmaannaafi fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuuf dandeettii raawwachiisummaasaanii dhaabbilee dhimma dubartiirratti hojjetanii cimsuuf gaggeesse tibbana ifoomseera. Dura... Read more »

Gincii: Qaama warraaqsa dinagdee biyyaa kan ta’e warshaan Biivereejii Keenyaa abbootii aksiyoona kuma shan hirmaachiseefi qarshi biliyoona 22 oliin ijaaramee omsihuu eegale dhalootatti abdii kan horu ta’uu ittigaafatamaan oppireeshinii warshichaa beeksisan. Ittigaafatamtichi... Read more »

Finfinnee: Nageenya waaraa Shaggar mirkaneessuuf caasaaleen nageenyaa teknolojiin akka deeggaraman gochuuf hojjetamaa turuu Waajirri Bulchiinsaafi Nageenyaa Shaggar beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan waajjirichaa Obbo Dassaalany Siyyum turtii addatti dheengadda Gaazexaa Bariisaa waliin waajjirasaaniitti taasisaniin... Read more »

Qonna gannaarraa callaa kuntaala miliyoona 16 oltu eegama Biqiltuuleen miliyoona 300 ol dhaabbiif qophaa’aniiru Finfinnee: Qonna ganna baranaatiin lafa hektaara kuma 159fi 816 sanyii akaakuuwwan miidhaanii garagaraatiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa... Read more »

Dirree Dhawaa: Itoophiyaa keessa raabsa hanqinaalee bu’uuraan walqabatu malee hanqinni humna ibsaa akka hinjirre Ministirri De’eetaan Ministeera Bishaaniifi Inarjii Doktar Injiinar Sulxaan Walii Ahmad ibsan. Doktar Injiinar Sulxaan, waltajjii waa’ee Itoophiyaa bu’uuraalee... Read more »

Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Guddugaleessaatti ijaarsi pirojektii daandii Halaabaa, Angaccaa Waatoofi Danbooyaa Adoolessa 2, bara 2012 ifatti eegalamee, waggoota sadii keessatti guutummaatti xumuramee tajaajilaaf banaa ta’a jedhamee ture. Garuu sababa hanqina bulchiinsa pirojektiitiin... Read more »

Finfinnee: Balaan lolaa hidha laga Abbayyaa akka hinmiineef misooma sululaa lageen guguddoo bara 2012-2017tti hirmaannaa ummataatiin Oromiyaatti misoome qarshii biliyoona 29 olitti akka shallagamu Waajjirri Mana Maree Qindeessa Hirmaannaa Ummataa Damee Oromiyaa... Read more »

Dirree Dhawaa: Geejibni baaburaa Itiyoo-Jibuutii meeshaaleefi namoota geejibsiisuuf baasii xayyaaraafi konkolaataa %60 hir’isuu Raawwachiisaa Hojii Olaanaan Korporeeshinii Hojiiwwan Ijaarsaa Itoophiyaa Injiinar Yoonaas Ayyaalewu ibsan. Injiinar Yoonaas waltajjii Waa’ee Itoophiyaa bu’uuraalee misoomaarratti xiyyeeffachuun... Read more »

Finfinnee: Masaraan Biyyaaleessaa torban kana daawwannaaf banaa ta’uun ni beekama. Masarichi erga ijaaramee kaasee mootummoonni garagaraa keessa jiraatanis xiyyeeffannaan kennameefii otoo hinhaareffamiin tureera. Erga Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad gara aangootti dhufanii... Read more »