Onneen keenya sa’aatiitti giddugaleessaan al 72 dhikkifatti; guyyaatti si’aatii kuma 100, waggaatti si’a miliyoona 3.6, bara jiraannu keessatti immoo si’a biliyoona 2.6 dhikkifatti. Ulfaatina giddugaleessaan giraamii 300; guddinaan immoo abootifannaa nama sanaa... Read more »
Bara 1888 kan hundoofte Qulliittoon magaalaa guddoo Godina Halaabaa taatee tajaajilaa jirti. Qulliittoon bara 1888 akka hundeeffamte ragaaleen adda addaa kan mul’isu yoo ta’u, Qulliittoon moggaasa kana kan argatte afaan sabichaatiin jecha... Read more »
Haa ga’u qopheessitoota Gaazexaa Bariisaatiif Duraan dursee nagaa teenya kan onneerraa buqqaate isinii dhiheessina. Kanumattillee aansinee wanna kanaa gadii bo’oo xalayaarratti akka nuu barreessitan (katabdan) isin gaafanna. Waggaa lamaa asitti kan barreeffamtee... Read more »
Guyyaansaa Sadaasa 05/2012 ture, wayita namoonni Aanaa Noonnoo Sal’ee, Magaalaa Birbirsaarraa gara Ganda Kombolchaatti hojiif imalaa jiranitti bosona gandicha keessatti argamutti allaattii koodii addaa qabdu argan. Allaattiin kun koodii addaatiin kan faayame... Read more »
Finxaalessummaan ilaalcha kan kiyya qofatu caala, kan anaan olii hinjiru yaada jedhuudha. Malaamaltummaan immoo of-jaalachuurraa dhimma madduufi karaa qaxxaamuraatiin duroomuu akkasumas faayidaan bitamuudha. Jarri kun lachuu dhibee guddaa qabsoo saba keenyaat turan.... Read more »
Maal dubbadhee maaliin dhiisaa Roorroofi dhiibbaa yeroo sanaa Aniifi obboleeyyan koo baayyee midhamne ‘Dubartiin goolaa olitti’ jechama jedhuun ukkamamne Abbaan manaa abbaa mirgaa kan fedhe raawwatee Ani dhaggeeffattuu inni dubbataa turee +++++++++++++++++++++... Read more »
Aadaan wantoota eenyummaa saba tokkoo ibsan keessaa isa tokko. Kunis hiika bal’aafi qabiyyeewwan hedduu kan of-keessatti qabatuudha. Fakkeenyaaf aadaa nyaataa, uffataa, sirbaa, kabaja ayyaanaa, sirna gaddaafi gammachuu, akkasumas haala fuudhaafi heerumaa hunda... Read more »
Koreen raawwachiistuu hojii Adda Dimokraasummaa Ummatoota Itoophiyaa (ADWUI) walga’ii tibbana taa’een sanada qo’annoo walittti makamuurratti adeemsifame sagalee caalmaatiin raggaasiseera. Maqaansaas ADWUI irraa gara Paartii Badhaadhinaatti akka jijjiiramu irratti waliigalee akka ragga’uuf mana... Read more »
Namoonni jeeqama sammuu qaban akkaataa itti yaadan, itti hubataniifi amalasaanii ilaalchisee rakkinni isaan qaqqabuu danda’a. Jecha gara biraatiin yaadni, hubannoofi amallisaanii waldhahaa ta’a jechuudha. Kunis walitti dhufeenya nama wajjin qabaatan, jiruufi gammachuu... Read more »
Maal dubbadhee maaliin dhiisaa Roorroofi dhiibbaa yeroo sanaa Aniifi obboleeyyan koo baayyee midhamne ‘Dubartiin goolaa olitti’ jechama jedhuun ukkamamne Abbaan manaa abbaa mirgaa kan fedhe raawwatee Ani dhaggeeffattuu inni dubbataa turee +++++++++++++++++++++... Read more »