Keessummaa Bariisaa
Baabbileen magaalaa qarqara Oromiyaa bahaatti argamtu yemmuu taatu, yeroo hedduu maqaan Baabbile jedhamu gaafa ka’u wantootni akka dhagaa Baabbileefi Arbi Baabbilee dursee namatti yaadatama. Magaalaan Baabbilee Godina Harargee Bahaatti naannolee Harariifi Sumaalee... Read more »
Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif Oaromoon mirga qabeenyasaarratti abboomuu, mirga aadaafi afaansaa dagaagfachuufi ofiin of bulchuu dhabee qe’eefi golasaatti akka lammii lammaffaatti ilaalamaa tureera. Qabsoo obsa fixachiisaafi wareegama qaalii kaffalchiiseen sirni sirna nyaatee... Read more »
Qonni Itoophiyaa barootaaf rooba irratti kan hirkate waan tureef guddachuu hindandeenye. Keessumaa biyyattiin biyya ummannishee utuu harka 80 ol qonnaan bulaa ta’ee jiruu barootaaf garuu waanjoo beelaa jalaa ba’uu hindandeenye. Mootummaan amma... Read more »
– Sanyiiwwan haaraan 200 ol qorannoon ifoomaniiru Biyya kana dura addunyaarratti beelaan akka fakkeenyaatti eeramaa turte Itoophiyaaf wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun ajandaa jalqabaatti. Galteewwan wabii midhaan nyaataa dhugoomsuuf murteessoo ta’an keessaa sanyii... Read more »
Doktar Nagarii Leencoo Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Walittiqabaa Koree Dhaabbii Dhimmoota Misooma Humna namaa, Bobbii Hojiifi Teknolojiiti. Labsii Hojjettoota Mootummaa Federaalaa dhiyeenya fooyya’ee ba’eefi ragga’erratti hundaa’uun gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa Doktar Nagarii... Read more »
Rakkoon nageenyaa Oromiyaa yeroo tokko fooyya’aa, yeroo kaan immoo boora’aa iddoowwan tokko tokkotti ummanni sababa rakkoo nageenyaatiin nagaan bahee galuu akka hindandeenye, saamicha gara garaatiifis akka saaxilamaa tureefii jiru, ni dhaga’ama. Yeroo... Read more »
Faanni imaltuu keessummaa keenya torban kanaa gara kaaba Itoophiyaa qe’ee sabboontotaa, dachee gootota gaafa xiiqii, dhimma eenyummaaf warra adda laatu, lafa leenci akka Warqituu itti biqilan, wiirtuu hawwata turizimii kan taate Bulchiinsa... Read more »
Dhiheenya kana Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) raawwii guyyoota 100 seektarootaa qorataniiru. Akka waliigalaattis hojiileen raawwataman jajjabeessoo ta’uu ibsanii, wantoota xiyyeeffannoo barbaadan irrattis kallattii ka’aniiru. Seektaroota gabaasnisaanii qoratame keessaammoo Ministeerri Misooma... Read more »
Qaala’iinsi gatii akka biyyaattis ta’e addunyaatti rakkoo hamaa erga ta’ee bubbuleera. Keessattuu rakkoon kun biyyoota guddinarra jiran keessatti gaaga’ama inni qaqqabsiisu olaanaadha. Mootummaan Itoophiyaas qaala’iinsa gatii kana maqsuuf meeshaalee bu’uuraa hirphaan dhiyeessuu,... Read more »
Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Hogganaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa Obbo Mogos Ida’ee Odaati. Hojiilee guguddoo Buusaa Gonofaan Oromiyaa raawwachaa tureefi jirurratti gaafdeebiin Obbo Mogos waliin taasifne akka armaan gadiitti dhiyaateera. Bariisaa: Hojiilee guguddoo... Read more »