Dursanii qoratamuu amaleeffachuun dhukkuboota dursanii ittisuun akka danda’amu ibsame

Finfinnee: Qorannaa fayyaa dursanii taasisuu amaleeffachuun dhukkubboonni daddarboofi daddarboo hintaane miidhaa osoo hingeessisiin ittisuun akka danda’amu dhaabbanni ‘Raddaat Heelzi Keer’ beeksise. Dhaabbatichi torbanuma kana keessa hojjettoota Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf (DhPI) tajaajila qorannoo... Read more »

Sirna nyaataafi fayyaa keenya

Qaamni keenya hojii idilee isaa guyyaa guyyaan raawwachuuf wantoota barbaachisan keessaa tokko nyaata. Nyaanni bu’uuraalee idilee guyyaa guyyaan nu barbaachisan keessaa isa tokkodha. Nyaata nyaannu keessa albuudonni xixiqqoo kutaawwan qaama keenyaaf barbaachisan... Read more »

Dogoggora haala ittifayyadama qorichaafi dhukku-boota qorichaan waliin walbaran

 Jarmiileen dur dur osoo qorichoonni farra jarmootaa antibiotics jedhaman osoo hinomishamiin dura akkasumaan haala salphaan lubbuu namaa dabarsaa turan. Fakkeenyuma salphaa fudhachuuf dhukkubumti busaafi taayifooyidii ykn taayifasii ummanni keenya guyyaa guyyaan dhukkubsatee... Read more »

Jireenya fayyaa qabeessa jiraachuu

Baroota dhufaa darban hundumaatti dhalli namaa jireenya hawaasummaasaa keessatti waan guddaa inni aadeffate ni jira. Kunis ammoo yeroo walitti dhufan ykn turtii yeroo dheeraa booda yoo wal-argan waa’ee hojii, maatii, qabeenyaafi biyyaa... Read more »

 Tamboo xuuxuu akkamitti dhiisu?

Bara 2015 keessa addunyaa keenya irraa namootni biliyoona tokkoo ol ta’an akka tamboo fayyadaman Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) gabaasee ture. Dhaabbatumti kun akka gabaasetti, biyya keenya Itoophiyaa keessattillee bara 2002 namoota umuriin... Read more »

 Diinota lubbuu namaa galaafatan kurnan

Dhukkubootni lubbuu namaa hedduu balleessuun sadarkaa addunyaattifi akka biyya keenyaatti sadarkaa 1ffaa haga 10ffaa jiran kam fa’i? (the top ten killer disease in Ethiopia and worldwide) Addunyaan keenya yeroo maraa waraana lubbuun... Read more »

 Dhukkuba garaachaafi ofeeggannoo taasisuu qabnu

Namoonni tokko tokko “Garaachan qaba” yoo jedhan ni dhaga’ama. Kunis dhukkuba garaachaa ibsuuf haala isaan itti fayyadamaniidha. Garaachi qaama dhala namaati malee dhukkuba miti, kanaaf “dhukkuba garacahaan qaba” kan jedhuun osoo sirreeffamee... Read more »

 Utuu hindhukkabsatiin ilaalamuu

Osoo hindhukkubsatiin yookaan mallattoo dhukkuba kami ofirratti hin argiin mana yaalaa deemanii of qorachiisuun dhukkuboota akkamii irraa nu baraaruu danda’aa? Hagamis barbaachisaadhaa? Ilaalchi ‘osoo hin dhukkubsatiin yaalamuu’ jedhu biyya keenya keessatti yeroo... Read more »

 Busaa yookaan busee

“Dhukkuba busaatu sammuu seene ebeluun ajjeese” yoo jedhamu ni dhageenya. Dhuguma dhukkubni busaa sammuu seenaa? Dhukkubni busaa nama hagam ajjeesaa? Addunyaa keenya kana keessatti waggaatti namoota biliyoona sadiitu dhukkuba busaaf saaxilama. Kanneen... Read more »

 Dhibee Teetanasii (Tetanus)

Dhibeen teetanasii infeekshinii sababa baakteeriyaa kilostiriidiyeem teetanii jedhamu kan biyyee keessatti argamuun kan dhufuufi summii (toxin) qaama keenya keessatti gadi dhiisuun dhukkubbiif rakkoo maashaa kottoonfachuuf diriiruu namarraan ga’a. Baakteeriyaan kunis karaa madaa... Read more »