“Hojiin duudhaalee aadaa dagaagsuu, kunuunsuufi dhalootaaf dabarsuurratti Oromiyaatti hojjetamaa jiru jajjabeessaadha” – Aadde Shawiit Shaankaa, Ministira Aadaafi Ispoortii

Mootummaa Naannoo Oromiyaa haaromsa aadaa Oromoo ce’umsa hawaas dinagdee biyyaaf oolchuuf hojjechaa jiraachuun nibeekama. Labsii haaromsa aadaa Oromoorrattis mariin gaggeeffamaa tureera. Maniin marichaas beekumsa horachuu, dinagdee ceesisuu, aartii Oromoo haaromsuun humneessuufi aadaa... Read more »

Karaa nama yartuu Sareen abidda qaqqaammatti

Makmaaksi dubbii fida dubbii fixa, dubbii mi’eessas jedhama. Dhugaadha Oromoonimmoo akaakuuwwan afoolaatiin kan badhaadhe yoo ta’u; isa dabe kan ittiqajeelchu, isa miidhame ittiwal’aanu duudhaafi aadaa dubbii ichimuun dadhabbii gammachuutti waldhabdee araaratti geeddaruu... Read more »

Imala waggoota 50 abbaa muuziqaa ammayyaa, Qamar Yusuuf

Yeroo tokko namoota hedduu “Kun eenyu?” kan jechisiise, sagaleen afaansaa keessaa bahuufi sochiin qaamasaa, qulqullinni viidiyoowwan sirbootasaa kan ajaa’ibsiifamu, artistii cimaafi sabboonaa haftee Baandii Afran Qalloo. Sirbootasaa gara caalu Afaan Oromootiin kan... Read more »

“Kallattii kamiinuu aadaa, duudhaafi afaan keenya addunyaatti mul’isuun keenya carraa guddaadha” – Artisti Adam Mahaammad

Sagantaan sirna gaggeessaa garee Aadaafi Aartii Itoophiyaa “Kin Itoophiyaa” jedhamu biyyoota miseensota Biriiksitti beeksisuufi hariiroo ummattootaa cimsuuf imaluu Kibxata darbe Finfinnee, Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffameera. Saganticharratti artistoota angafoota kanneen akka Xilaahun... Read more »

“Aadaafi eenyummaa keenya guddisuuf dhaloota dagataa osoo hintaane kutataa ta’uu qabna” – Aadde Lubaabaa Jamaal

Aadaan calaqqee eenyummaa haala jiruufi jireenya saba tokkoo ibsudha. Dhalli namaa dachee kanarra jiraatu marti aadaafi eenyummaa qabuun addunyaatti gad ba’a. Ummatni Oromoos akkuma ummata addunyaa aadaa mataasaa qaba. Aadaa jiru duudhaasaa... Read more »

Kooliitiifi Kooliin: Lakkuuwwan uffata aadaa Oromoo waltajjii idiladdunyaarratti beeksisaa jiran

Dizaayinaronni lakkuu Kooliitiifi Kooliin Maatiyoos dhalatanii kan guddatan Godina Wallagga Lixaa, Magaalaa Najjootti yoo ta’u, barnootasaaniis hanga kuttaa 10ffaatti bakkuma dhalootasaaniitti baratan. Boodarra waan maatiinsaanii Kutaa Magaalaa Buraayyuu (Magaalaa Shaggar) dhufaniif hanga... Read more »

“Yunivarsitii Baahir Daaritti Muummeen Afaan Oromoo, Ogbarruufi Qunnamtii guddina afaanichaatiif cichoominaan hojjetaa jira” – Barsiisaa Tafarii Shifarraa

Afaan Oromoo ammaan dhaabbilee barnootaa olaanaa adda addaatti sadarkaa digrii 1ffaa hanga sadaffaatti kennamaa jira. Dhaabbilee barnootaa afaanichi sadarkaalee eeraman kanneenitti itti kennamu keessaa ammoo tokko Yunivarsitii Baahir Daari. Nutis maxxansa keenya... Read more »

Hayyoonni seenaafi antiropolojii bakka argama bunaarratti maal jedhu?

Itoophiyaatti argama bunaa ilaalchisee yaadota garagaraatu jira. Kaan Jimmatti argame yoo jedhan, kaan ammoo Kibba Lixa Itoophiyaatti jedhu. Haata’u malee qorattoonni seenaafi antiropolojii dhimma kanarratti waan himan qabu. Bakka argama bunaa ilaachisuun... Read more »

Maalummaafi duudhaa ayyaana Faasikaa

Faasikaan ayyaana Yihudoonni yeroo itti Waaqayyo garbummaa Gibxii jalaa isaan baase jechuunis DhKD bara 1513 yaadachuuf kabajaniidha. Waaqayyo Israaʼelonni ayyaana iddoon guddaan kennamuuf kana waggaa waggaadhaan akka Yihudootaatti jiʼa Abiib jedhamuufi yeroo... Read more »

“Angafootarraa weelluu dhaga’aa gaala tiksaa waanin guddadheef aartiin keessa kootti hafe” Weellisaa Waaqoo Calloo

Aadaan calaqqee haala jiruufi jireenyaa, maalummaafi falaasama jireenyaa saba tokkooti. Kanaaf, sabni aadaa hinqabne waa’ee eenyummaafi dhimmoota biroo ibsuun isa rakkisa. Malli aadaa saba tokkoo itti calaqqisiisan keessaa aartiin isa tokko. Sirboota... Read more »