Milkaa’ina misooma sululaatiif

Hojii misooma sululaafi kunuunsa qabeenyaa uumamaarratti hirmaachuufi misoomsuun dhaloota egeree magariisummaa dhaalchisuudha.

Biyya keenyatti hojii misooma sululaafi kunuunsa qabeenya uumamaa irratti xiyyeeffatamee hojii gabbina biyyoorratti hojjechuun erga eegalame waggoonni muraasni lakkaa’amaniiru.

Biyya misooma magariisaa hinqabne dhaloota dhufu akka hindhaachifneef xiiqiidhaan tulluuwwaniifi sulula bosonni sababa lafa qonnaa babal’ifachuuniifi fayyadama cileefi qoraaniif irraa dhume deebisanii bosoneessuuf bifa duulaatiin hojjetamaa tureera.

Akka qorannoowwan agarsiisanitti biyyi keenya, Itoophiyaan waggaatti biyyoon toonii biliyoona 1.5 ta’u lafa olka’aarraa duguugamee biyyoota yaa’a gadiitiif darba. Kun immoo callaa hanga miliyoona 1.5 biyyattiif argamsiisuu malu dhabamsiisuun umurii hiyyuummaa dheeressaa tureera.

Akka Oromiyaattis hojiin kun haala ittifufiinsa qabuun waggoota saddeettan darbaniif kutaalee hawaasaa hunda haala duulaatiin saganteeffamee hojjetamaa tureera; hojjetamaas jira. Kanaanis biyyee tooniin miliyoonaan lakkaa’amuu dhiqamee biyya biraa misoomsaa ture iddoowwan tokko tokkotti yeroo ammaa qonnaan bulaa fayyaduu jalqabeera. Madaalliin haala qilleensaas dhawaata dhawaataan fooyya’aa jira.

Akka ragaan Biiroo Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa agarsiisutti Hojiilee barren darban gama misooma sululaafi kunuunsa qabeenya uumamaatiin hojjetamaniin, lafti qonnaa, bosonaafi dheedichaa faayidaa ala ta’ee ture deebi’ee bu’aa akka kennu ta’eera.

Kuufamni bishaan lafa jalaa dabaleera, burqaafi lageen haaraafi goganii turan madduu eegalaniiru. Dhiqamni biyyoo hir’atee gabbinni biyyoos dabaleera. Hanqina nyaata beeladaa hir’isaa dhufuu, lafti jallisii yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufeera.

Bineensonni madda galii turizimmii ta’anis sababa dawoofi nyaata dhabiinsaan biyyoota ollaatti godaanaa turan bosona daanga’eefi tuxxuqaarraa eeguun waan eegalameef gara biyyaatti  deebi’aa jiraachuun madda galii turiizimii dhugoomsuu jalqabeera.

Karaa biraatiin jireenyi hawaas-dinagdee naannichaa hojii misooma sululaa kanaan fooyya’aa dhufuu; galii qonnaa giddugaleessatti dhibbantaa shantama dabaluu, wabii midhaan nyaataa qonnaan bulaa dhuunfaa dhibbantaa guddaadhaan ni dabala.

Kanuma bu’uura godhachuun hojii misooma sululaafi kunuunsa qabeenya uumama baranaa mataduree, “Qabeenya uumamaa keenya badhaadhina keenyaaf” jedhuun kaleessarraa eegalee ji’a tokkoof geggeeffamu caalaatti milkeessuuf qonnaan bultoonni waggaa waggaadhaan hojicharratti hirmaatan misooma kanarraa akka fayyadaman gochuun daran murteessaadha.

Gaazexaa Bariisaa Amajji 02/2012

Recommended For You

14 Comments to “Milkaa’ina misooma sululaatiif”

  1. Pingback: ufazeed
  2. Pingback: 789 club
  3. Pingback: best cam sites
  4. Pingback: Darknet
  5. When it comes to fashion, skirts are a must-have for every woman. Whether you prefer mini,
    midi, or maxi skirts, there’s always a skirt style for your
    body type and preference. The key to selecting a skirt is understanding your body shape and pairing
    it with appropriate footwear.

    Enhancing Your Outfit with Skirt Accessories

    When paired correctly, bags, shoes, and hats add personality
    to your style. Try matching your belt to your skirt for a cohesive look, or choose a contrasting color to inject some excitement.
    Don’t forget your footwear! Pair a midi skirt with ankle boots for a balanced and stylish ensemble.

    How to Style Skirts with Color Schemes

    Color coordination is essential for a polished
    look. Black, beige, and white skirts pair well with almost anything.
    If your skirt is patterned or brightly colored, keep the
    rest of your outfit simple to let the skirt shine.
    Remember, complementary colors always work, while clashing tones can create visual chaos.

    Fabric and Fit: Why They Matter

    Lighter fabrics like chiffon and silk are great for flowy skirts, while heavier materials like denim and tweed give a classic vibe.
    A well-fitted pencil skirt ensure you look put-together.

    Pay attention to how the skirt moves when you walk. These details are what set
    great outfits apart.

    Skirts for Every Season

    Skirts work well in every season. Combine
    a midi skirt with a cropped sweater in fall or pair a mini skirt with knee-high boots
    in spring for a modern outfit idea. With the right layering and
    accessories, skirts stay relevant year-round.

  6. When it comes to fashion, skirts are a timeless wardrobe staple.
    Whether you prefer classic pencil skirts, flared skirts, or A-line styles,
    there’s always a skirt style for your body type and preference.
    Start by focusing on what flatters your silhouette.

    Enhancing Your Outfit with Skirt Accessories

    Accessories elevate even the simplest skirt. Try matching your belt to your skirt for a monochromatic outfit, or choose a contrasting
    color to inject some excitement. Don’t forget your footwear!

    The right shoes add a touch of elegance or edge.

    How to Style Skirts with Color Schemes

    Color coordination is key to a cohesive outfit. For neutral-colored skirts, choose metallic accessories to shine.
    If your skirt is patterned or brightly colored, choose subtle accessories
    to let the skirt shine. Remember, complementary colors always work, while clashing tones should be avoided unless intentional.

    How Fit and Fabric Influence Skirt Styling

    The fabric of your skirt determines its comfort and appearance.
    A flared A-line skirt create a balanced silhouette.
    Pay attention to how the skirt moves when you walk.
    These details are what set great outfits apart.

    How to Wear Skirts Year-Round

    For winter, opt for darker, richer colors to maintain elegance in the cold.

    Layering is key for transitional seasons. With the
    right layering and accessories, skirts can adapt to any
    weather.

  7. This is such an informative post! I appreciate
    how you broke down the content. It’s clear and easy to understand, even for beginners like me.
    Have you tried pusy888 ? I’d love to hear your thoughts on it!

  8. Pingback: visit our website

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *