Daandii badanii walballeessuu ummataaf faayidaa hinqabne

Haalli biyya keenyaa kun sodaachisaadha. Lammii “biyya kooti” jedhee keessaa jiraatu dhiisitii kan biyya ambaatuu ni yaachisa. Olloonni biyya keenyaa akka ollaatti haala biyya kanaa ni hordofu; yaaddoosaaniis ni ibsu. Gaariis ta’ee... Read more »

Yaada ummataa dhaggeeffachuufi deebii qabatamaa laachuu

Akkuma beekamu jaarmiyaaleen siyaasaa jidduu kana kora dhaabaa (sabaa) gaggeessaa jiru. Kora kana jalqaba kan gaggeesse Paartii Badhaadhinaati. Paartiin kun akka biyyaatti paartii guddaadha. Miseensota hedduu qaba. Paartiin kun guddina qabaachuu qofa... Read more »

Arfaasaa qotanmalee birraa maal makaratu?

Waggaa keessatti waqitiin afurtu jira. Ji’ooti 12n waggaa keessatti lakkaawaman waqtii afran kanneeniif yoo qoodaman waqtiin tokko ji’a sadii qabaata. Isaanis Birraa, Bona, Arfaasaafi Ganna jedhamu, tartiibasaaniitiin. Amma bona dabarsinee Arfaasaa qabanneerra.... Read more »

Qormaata tokko booda qormaata biraatu jira

Paartiin Badhaadhinaa yaa’iisaa isa jalqabaa torbee kana keessa guyyoota sadiif adeemsiseera, Bitootessa 2-4 tti. Ya’ii kanaanis hoggantooti paarticha gaggeessan filatamaniiru. Dhimmoota paartii ilaallatan adda addaarratti murtiin darbeera. Haaluma kanaan pireezidaantiifi pireezidantoota ittaanaa... Read more »

Gabaa olii gadi raafamu waliin raafamuu

Dinagdeen qofaasaa hin dhaabbatu. Waan hedduun utubama. Siyaasni utubaa dinagdee isa tokko. Imaammata ykn kallattii dinagdee akkasumas seektaroota dinagdee xiyyeeffannoo barbaadan kan murteessu siyaasa biyyattiin hordoftuudha. Teknolojiin, aadaan, beekumsi, hariiroon ummataa… guddina... Read more »

‘Seenaa rirmi hin nyaatu’

Kaayyoon keenya fuulduratti deemuufi. Fuuldurri duuba malee hintolu. Gaariifi badiin kaleessaa barnoota; muuxannoodha. Yoo irraa baratan fulduratti saffisaan nama hoofa. Yoo dagatan of dhabuu ta’a. Kanaaf waggaa 126 duubatti isin deebisa. Guyyaa... Read more »

Torban kana maaltu ture, maaltu ta’e?

Torbeen kun torbee taateewwan guguddoodhaan guutameedha. Taateewwan hunduu kan qalbii namaa hawwataniifi yaada babal’aa irratti barreessuun danda’amuudha. Har’aaf kanneen ijoo ta’an sadeen tokkorrattin yaada koo dhiheessa. Taateen jalqabaa guyyaa wareegamtootaati. Guraandhala 12... Read more »

“Labsiin ‘HR6600’ yoo ragga’e Itoophiyaaf balaa waan ta’eef mormama”- Obbo Masfiin Taganuu

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Wixineen labsii HR6600 Koree Dhimma Alaa Kongiresii Ameerikaan qophaa’e nama dhuunfaarra darbee biyyoota dinagdeen, hawaasummaafi siyaasaan naafessuuf kan aggaamedha. Wixineen labsichaa namoonni dhuunfaas ta’e biyyi qoqqobbii kana jalatti kufte... Read more »

Industirii baankii hanga gamoosaanii hinguddatin

Baankiin Daldalaa Itoobbiyaa umuriidhaan hangafa; Baankota biyya keenyaatiif. ALA bara 1942 hundaa’e. Torbee tare umurii waggaa 80fasaa eebba gamoo waajjira olaanaa wajjin walqabsiisee kabajateera. Eebba kanarratti ministirri muummeen argamaniiru. Gamoon baankichi ijaarsise... Read more »

Gumichi maal lallabee gargar gale?

Keessummoota keenya ofirraa galchineerra. Pirezidaantotiifi anga’ooti olaanaan biyyoota Afrikaa torban tare Finfinnee turan galaniiru. Nagayaan gara biyyasaaniitti galuunsaanii waan gaariidha. Hawaasni Magaalaa Finfinneetis haalli itti simateefi itti gaggeesse gaariidha. Ofii rakkatus keessummootasaa... Read more »