Akkamiif attamitti jirtu jennee akka hinjalqabneef hundumti keenyaa akka torban kana itti dabarsine nibeekna. Maalumaafuu oolteef bulteen keenya akkuma jirutti ta’ee torban darbe sobaa wajjin haasa’aa turree mitii? Har’as ittuma fufna. Haasaa... Read more »
Sirna Gadaa keessatti jaarmiyaaleen hawaasa ijaare hedduutu jira. jaarmiyaalee kanneen keessaa walitti bu’insa hawaasa keessatti uumaman kan hiikaniifi rakkoolee mul’ataniif fala kan kennan hedduutu jiru. Kanneen keessaas kan filataman jaarmiyaalee Moggaasaa, Siiqqee,... Read more »
Waluma baruudhaafi. “Akkamiif attamitti jirtu” jechuuf wal hinbarre. Walbaruuf immoo falaasamni addaa hinbarbaachisu walbarra. Garuumee waayee walbaruu kana beektoonni maal jedhu? “Walbaruudhumti kuniyyuu maali” jennee walgaafachuuf yerooyyuu qabnaa? Maaliif walbarra? Eenyuun walbarra?... Read more »
Jamaa! Mee jireenyi akkami? Maalitti jirtu? Qaala’iinsi jireenyaa kun isin biratti maal fakkaata? Magaalaa guddittii keenyatti, Finfinnee jechuu kooti, warra jireenya gadaanaa jiraatu dhiisii kan fooyyeen qaba jedhee jireenya giddu-gala keessatti of... Read more »
Bakki argama Itoophiyaa kuni kaartaa Addunyaa fudhannee yoo ilaalle handhuura lafaati jechuun homaa waan haalamuu miti. Bakka Kanaan Battalee Siyaasaa Tarsiimawaa (strategic geo-political zone) jedhuun ogeeyyonni dame kanaa. Gaanfa Afrikaa jechuu dha.... Read more »
Hayyee! Jennee jalqabna. Oromoon eebbifatee waa jalqaba mitiiree? Gaazexaa Bariisaa bifa haarawaan as baateetti. Anis waan haaraa kana ebbaan simachuun fedha. Kanaaf Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbatoo hinwaamu. Aagaa Xinxanoos Gujii hinfidu. Isaan... Read more »
Itoophiyaan seenaa guddinafi babal’ina amantii Islaamaa keessatti biyya bu’uura ganamaa lafa keesseedha. Islaamummaafi Itoophiyaan hiriyaadha; umrii tokko qabu. Islaamummaan Makkaafi Madiinaa itti dhalate ykn kan har’a ardaa jilaa amantichaa godhamanii fudhataman kanneen... Read more »
Ummatni Oromoofi Affaar ilmaan hidda tokkoo bakka argama hundee dhala namaa Luusii yoo ta’an jaarraa hedduuf miira waldanda’uufi wal gargaaruun saboota ollaaf fakkeenya gaarii ta’anii mul’achaa turanidha. Saboonni kun lameen ilmaan kuush... Read more »
Ummattoonni Oromoofi Gaambeellaa hariiroo waliin jireenyaa waggoota dheeraa lakkoofsise qabu. Duudhaa obbolummaa, jaalalaafi nageenyaan waliin jireenya ummattoota lameenii caalaatti cimsuuf torban lama dura mariin hoggantoota mootummaafi bakka bu’oota ummattoota lamaanii hirmaachise Gaambeellaatti... Read more »
Ummattoonni Oromoofi Gaambeellaa baroota dheeraaf nagaan, jaalalaan, tokkummaafi obbolummaan waliin jiraachaa turaniiru; har’as waliin jiraachaa jiru. Waltajjiin hariiroo waliin jireenya saboota lamaanii caalaatti cimsu Wiixata darbe Magaalaa Gaambeellaatti adeemsifameera. Waltajjicharrattis hoggantoonni mootummaa,... Read more »