Hospitaala Yaadannoo Gaandiifi kenniinsi tajaajilaasaa sakatta’amuu qabu

Gudii Gaandii jirra jirtuu, Nageenyi Badhaadhaa? Nan bade mitii? Eeyyeen gidduu kana gama tokkoon ganna, gama kan biraatiin ammoo ganna keessan ture. Ganna lama jechuudha. Gannatu natti gale. Ganna Waaqaa, Badhaasa Uumaa.... Read more »

Bara haaraafi lakkoofsa baraa

Yeroon akka geengootti waan naannoftuudha. Dilbanni ni darba.  Guyyaa torba lakkaa’eeti deebi’ee dhufa. Guyyaaleen torbaniis haaluma kanaan torbaniin naanna’anii deebi’u. Yoo deebi’an garuu walitti dabalamanii torban uumu. Torbanoonni afur ji’a ta’u. Afranuu... Read more »

Onnee haaraa…

Akkamiifi attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni, alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Ani nagaadha. Nagaa ta’uu keessanitti guddaan gammada. Sabnikoo fuula ifee garaan... Read more »

Fira gaafa golfaa alagaa gaafa kolfaa

Akkamiif attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin nagumaa? Amma kunoo sa’aatiin isin wajjin haasa’aa jiru kanatti magaalaa Shaambuu keessan asiif... Read more »

“Hawaasni Musliimaa cimaan bu’uura tokkummaa Itoophiyaati”- Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Itoophiyaan seenaa guddinaafi babal’ina amantii Islaamaa keessatti biyya bu’uura ganamaa lafa keesseedha. Islaamummaafi Itoophiyaan hiriyaadha; umrii tokko qabu. Islaamummaan Makkaafi Madiinaa itti dhalate ykn kan har’a ardaa jilaa amantichaa godhamanii fudhataman kanneen... Read more »

Gama barnootaatiin maaltu yaadamaa jira?

Jidduu kana jecha “Roadmap” jedhu  irra deddeebin dhagahaa jirra. Jechi kun kan dhagahamaa jiru barnootaan walqabateeti; roodmaappii barnootaa Ministeerri Barnootaa miidiyaan alana ibsa irratti kenne. Jecha roodmaappii jedhu kana Afaan Oromootiin maal... Read more »

Hantuunni maraatte adurree dhungatti

Akkamiif attamitti jirtu? Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Ani nagaadha. Nagaa ta’uu keessanitti guddaan gammada. Sabnikoo fuula ifee garaan... Read more »

Jaalalli yoo biyya ijaaru jibbi biyya diiga

Torbee darbe xiyyeeffannaan koo dhimma tokkummaa ture. Tokkummaa sabaa, tokkummaa sablammii, tokkummaa Oromoo. Tokkummaan akkuma biyya ijaaru gandummaan biyya diiga. Jaalalli akkuma waloo jabeessu jibbimmoo addaan nama fageessa. Kanaaf biyyi kamiyyuu biyya... Read more »

Akkam Oolte Yaa Maaramii

Kutaa 2fa Dubbistootaa, torban darbe kutaa tokkoffaa mataduree kana isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan ammoo kutaa ittaanuufi isa xumuraa isin dubbisiisna. Dhufaatiin amantaalee kanneenii duudhaa, seenaafi aadaa ganamaa   ummatichi qabu... Read more »

Buna siyaasa hinqabne

Akkamiifi attamitti jirtu? Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Ani nagaadha. Nagaa ta’uu keessanitti guddaan gammada. Sabnikoo fuula ifee garaan... Read more »