Hima Didduu!

Akkamiifi attamitti jirtu?. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin nagumaa? Torbanoota darban waa’ee irreecha irree keenyaarratti bal’inaan haasa’aa turreerra. Egaa irreechi lamaanuu... Read more »

Malaan Jireenya “Nuuroo Bazadee”

Ashamaa! Jirtuu…? Dhaamsa yeroo darbe isinitti dhaammadhe sirrumatti Waaqa biraan naaf geessaniirtu jedheen abdadha. Isa waa’ee haadha warraa kootii isin taphachiiseen ture. Da’umsaaf akka qophoofteefi akka Waaqa naa kadhattan kanan hadaraa isiniin... Read more »

Irreechi Irree keenya!

Akkamiifi attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Torban darbe waa’ee dhihaachuu irreechaa haasofnee irreecha keenya ayyaanota biraa caalaa... Read more »

Ishoo Aadaan Badde Galte!

Addunyaa kanarratti biyyoonni abbaan biyyumaasaanii humnaan irraa mulqame hedduudha. Fakkeenyaaf Awustraaliyaatti sabni dhalootaa (‘indigenous people’) kan Aborjinaal jedhamu maqaa dhahama. Seenaan, aadaaniifi afaan saba kanaa akka baduuf koloneeffattoonni Ingiliiz dhiibbaa guddaa taasisaniiru.... Read more »

Irreecha Irree Oromoo

Baatiin Fulbaanaa kun baatii jila (‘festival’) Oromoo ta’uun beekamtii gaarii argataa dhufeera. Sirni Irreechaa jila tokko. Fiigichoon irreechaa jila biraati. Ayyana Masqalaa (kan warra qeesii bira tarree) Oromoon haala itti kabaju kan... Read more »

Irreechi Irree keenya, keessaawuu kan Finfinnee

Akkamiifi attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Egaa kunoo bara haaraa kana erga jalqabnee torbanoonni lama darbanii har’ammoo... Read more »

Nagaa Qe’ee Oromoo

“Bunaafi nagaa hindhabinaa” jedhee eebbisa Oromoon yoo “Goraatii buna dhugaa” jedhaniin. Jechi kun jecha hiikoo guddaa of keessaa qabuudha. Buna qofaaf hiika guddaa kennuu dandeenya. Bunni dinagdeedha; qabbeenya, tasgabbiifi haara-galfannaadha. Buna hindhabinaa... Read more »

Kaleessi du’e…

Akkamiifi attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Bardheengaddaa nagaa dhaammannee  bara haaraatti onnee haaraadhaan akka wal arginu hawwaa... Read more »

2012- Carraafi Sodaa

Kamisa dheengaddaa, bara haaraa, 2012 tokko jennee jalqabneerra. Baga bara haaraan isin gahe. Bara haara wajjin walqabsiisee torban tare waa barreesseen ture. Yaadni koo sun akkuma jirutti ta’eeti kanan hawwii bara haaraa... Read more »

Haaraan haaruma ta’uu qaba

Akkamiifi attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Bara eengaddaa nagaa dhaammannee bara haaraatti onnee haaraadhaan akka walarginu hawwaa... Read more »