Ayyaanni Cuuphaa ayyaanota gurguddaa hordoftoota amantii kiristaanaa, Ortoodooksii biratti kabajaman keessaa isa tokkoodha. Ayyanni kun waggaa waggaadhaan baatii Amajjii keessa gaafa guyyaa 11fa sirna ho’aadhaan kabajama. Taateewwan kabaja ayyaana kanaarratti raawwatan akka... Read more »
Dachaasaa Roorrootiin Torbee darbe suuraa miidiyaa hawaasaarra deddeemaa ture tokko argeen guddaan ajaa’ibame. Suurri kun kan jaarsa TPLF tokkooti. Namtichi jaarmiyaa kana jalqabarraa ijaare jedhama. Jaarsicha midiyaarratti sirriittan beeka. Haasoftisaa kan oftuulummaan... Read more »
Dachaasaa Roorrootiin Biyyi teenya qabeenya uumamatiin badhaatuudha. Kun dhugaa umamaa waan ta’eef shakkii hinqabu. Kan bolitikaaf jedhamee dubbatamus miti. Kanaaf fakkeenyi gaariin Oromiyaa kan ummanni Oromoo keessa jiraatuudha. Dacheen kun eebba Waqayyoollee... Read more »
Dachaasaa Roorrootiin Namoota gaazexaa Bariisaa hordofan keessaa ani isa tokko. Maatii gaazexaa kanaatis jedheen of yaada. Kanaaf waan gaazexaan kun maxxansu nan ilaala; nan dubbisa. Kanumaan ‘online’ gaazexaa kanaarratti jidduu kana waa... Read more »
Koviid-19 addunyaa tanarratti eddii beekamee waggaa tokko lakkoofsiseera. Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhibee weeraraa (outbreak) jedhee kan moggaaseefi addunyaan of-eeggannoo guddaa akka taasistu ifa kan baase Amajjii-5/2020 (ALG) dha. Ammajjiirraa ka’ee guyyoonni 365... Read more »
Addunyaa kanarratti wanti gaarii hedduun ta’ee dhalli namaa ijaan argeera. Akkasumas wanti gadheen raawwatamee seenaadhaan galmaa’eera, dhalootaa dhalootatti darbeera. Akkuma wantoonni gaariin dhala namaa fayyadan gochaawwan gadheenimmoo daran nama miidhaniiru. Wantoonni lamaanuu,... Read more »
Dachaasaa Roorrootiin Addunyaa kan guddisuufi misoomsu waraana qawwee miti. Waraanaa yaadaatu gahee baha; yoo sirriin qabamee kallattii qajeelloon hogganame. Waraanni yaadaatuu yoo waldhagahuufi waldanda’uun keessa hin jiraanne, yoo sirriin hooganamuu baate akkasumas... Read more »
Dubbiin Xoobbiyaafi Ijibtii tun laafurra jabaachaa waan deemaa jirtu fakkaata. Marii wiirtuu biyyoota sadeenii keessaa baatee gara qarqaraatti deemaa jirti. Xoobiyaan mariin akkuma jirutti ta’ee ji’a Adoolessaa baranaarraa eegalee hidhicha bishaan guutuu... Read more »
Ashamaa Seenaa siyaasa addunyaa bara durii kaasee gangalachaa hardha gahe keessatti qoodni amantiilee olaanaa akka ta’e beekamaadha. Hawaasa dukkana doofummaafi boodatti hafummaa keessaa baasuun jireenya qaroomaa akka gonfatu gochuu keessattis shoora bakka... Read more »
Har’a qabiyyeen barreeffama kootii daa’immanirratti xiyyeeffata. Duraan dursee ijoolleen baga Guyyaa Daa’imman Afrikaa kan baranaatiin isin gahe jechuun barbaada. Guyyaan daa’immanii kan baranaa Waxabajjii 16 kabajamee darbeera; dhaadannoon guyyaa kanaa ittidhiheenya sirna... Read more »