Seenaa guddinaafi jijjirama pilaanii Magaalaa Finfinnee

Kutaa 2fa Oromoon Aadaafi seenaan qoratameefi qindaa’ee dhalootaaf kaa’ame hinqabu. Yaata’utii garuu aadaansaa madda beekumsaa xabboo (source of indigenous knowledge)fi qaroomina (civilizations) hawaasaa ta’a. Oromoonis sirna ittiin buluufi madda beekumsa xabboo ta’e... Read more »

Ahmad Ibrahiim Aliigaaz (Ahmad Giraanyi)

Kutaa 6fi isa xumuraa Gargaarsii Araboota kun erga isa qaqqabee booda oflaa keessa hora Ashangeedhaa gara kaabaatti waraanni guddaan godhame. Waraana kanarratti dursaan waraana Poorchuugaal Kiristoofor Dagaamaa ajjeefame. Loltoonni hafan mooticha Galaawdiyoos... Read more »

Seenaa guddinaafi jijjirama pilaanii Magaalaa Finfinnee

Kutaa 1fa Araddaan Magaalaan Finfinnee irratti ijaarame qabiyyee Oromoota Tuulamaa lafa Shaggar jedhamurratti akka ta’e ni beekama. Shaggar Jiddugala qabiyyee Tuulamaa aradaa muudaa Qaalluu Odiitu yoo taatu, Finfinnee immoo lafa qubaati ykn... Read more »

Ahmad Ibrahiim Aliigaaz (Ahimad Giraanyi)

Kutaa 5fa Ahimad Ibrahiim cimee loluun humna kiristaanotaa ofirraa rukutuun guyyaa walakka booda mo’ate ari’uu egalee. Gama lachuunuu erga namoonni danuun dhumanii booda mootichi duubatti dheessuu jalqabe gama garee kiristaanaatiin yoo ta’u,... Read more »

Ahmad Ibrahiim Aliigaaz (Ahmad Giraanyi)

Kutaa 4fa Ahmad Giraanyi bara 1498 Harargee Bahaa iddoo Dakkar jedhamu Gosa Baabbillee ykn mana Hawwiiyyaa keessaa kan dhalateedha. Dakkar iddoo jedhamu magaala Harargeerraa gara baahaatti kilo meetira 30 kan fagaattuufi magaala... Read more »

Wiirtuulee daldalaafi babal’ina amantii Islaamaa Araddaa Oromoorratti

Kutaa 3fa Siyaasa Sulxaanotaafi saba Oromoo Yaa ta’uutii garuu dhimma Oromoorratti wanti mootummaan ifaat hojjate hin mul’atu. hinumaa garee kiristaanaa waliin ta’uun 7n Oromootaa qabiyyee isanirraa buqqisaaf waraanaa turan. Mootonni sulxanoota ifaat... Read more »

Wiirtuulee Daldalaafi Baballina ammantii Islaamaa Aradaa Oromorratti

Ummanni Oromoo jireenyasaa kan  hundeesse qonnaafi horsiisarratti yoo ta’u, dhawaataan garuu hojii daldalaafi ogummaa harkaas barachuu akka eegale himama. Bifuma walfakkaatuun amantiinsaas Waaqa tokkotti amanuu yoo ta’u, yeroo booda garuu haalli hojiifi... Read more »

Qubsuma Bareentummaa

Kutaa 6fafi isa dhumaa Latiinsa Karrayyuu                  Gosti Karrayyuu Jiillee Kaabaa keessatti argamu kunis Wallo Kibbaafi Shawaa Kaabaa keessa bal’inaan qubateera. Hiddi dhalootaafi latiinsa isaas akka armaan gadiitti ilaaluun ni danda’ama. Latiinsa Karrayyuu                 ... Read more »

Qubsuma Bareentummaa

Kutaa 5fafi isa dhumaa Afaan Oromoofi Afaan Tigraay keessaa walitti baheen maqaan lafaafi gandoota tokkummaan waamamanii baay’eedha. Kanneen keessaa tokko Ambaalaageedha. Ambaalageen Kibba Waajiraatitti kan argamu yoo ta’u, bakka mootonni warra Indartaa... Read more »

Qubsuma Bareentummaa

Kutaa 4fa Bakka Ejersi baay’atutti Ejersa jedhu. Haa ta’u malee maqaan Yajjuu jedhu bara mootummaa Ahmad Giraany dura erga turee ragaan kun barreeffamaan kan hinturre waan ta’eef bara dheeraa kanaaf afoolaan yaadatamaa... Read more »