Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa torban lama dura sagantaa agarsiisaafi dorgommii ogummaa, kalaqa teknolojii, qorannoofi qo’annoo akkasumas intarpiranarshiippii mataduree, “Dambalii Ogummaa, Badhaadhina Oromiyaaf” jedhuun marsaa 4ffaaf magaalaa Adaamaatti adeemsifamerratti dorgomtoota 159f... Read more »
Dargaggoo Ashannaafii Milkeessaa Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Booraa, Magaalaa Boteetti dhalatee guddate. Maatiisaaf mucaa sadaffaa yoo ta’u, obbolaa dhiiraa sadiifi obboleettii tokko qaba. Barnootasaa sadarkaa tokkoffaafi giddugaleessaa hanga 10tti bakkuma dhalootasaatti baratee... Read more »
Waasihun Takileetiin Dargaggoo Umarhajii Sheehuseen ilma warra Baalee Bahaa Aanaa Daawwee Qaachan Ganda Sofumaridha. Waggoota jaha dura kutaa kudhan xumuree daree itti aanuutti darbuu dhabuu yoo kaasu fala itti jireenyasaa jijjiiruu danda’u... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Dhabbanni ‘Tootaal-Inarjiis Itoophiyaa’ jedhamu damee hojii uumtota yeroo adda addaatti dameewwan garaa garaatiin kalaqa hojiirratti waan haaraa uumaniif beekkamtiifi badhaasa kennaa ture. Bara 2022tti hoji uumtota ciccimoo ta’aniifi beekkamtiifi badhaasa... Read more »
Dargaggoo Miftaa Abbaa Moggaa magaalaa Jimmaa kan jiraatu yoo ta’u, bara 2012 waldaadhaan gurmaa’ee omisha muuzii filatamaa Ejensiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Itoophiyaa dhiyeesseef irratti hirmaachaa jira. Omishni muuzii kun Godina Jimmaa, Aanaa Qarsaa,... Read more »
Rakkoolee dargaggoota yeroo ammaa akka biyyatti qoraa jiran keessaa hojidhabdummaan isa tokko yoo ta’u, jireenya mo’achuuf biyyasaa keessatti kan taattaafatu akkuma jiru biyyaa ba’uun of jijjiiruuf godaansa seeraan alaa taasisuun lubbuunsaa karaatti... Read more »
Dargaggoo Hayilee Sisaay jedhama. Dhalataafi jiraataa Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Wucaalee, Magaalaa Muka Xurriiti. Jalqaba yeroo yaada loon furdisanii gabaaf dhiheessuun jiruufi jireenyasaa fooyyeessuuf karoorfatu qarshiin inni harkaa qabu kuma 100 kan... Read more »
Waraanni Itoophiyaa kaabaatti waggoota lamaa oliif adeemsifamaa ture erga waliigaltee araaraatiin goolabamee ji’oonni lakkaa’amaniiru. Yeroowwan kanneenittis mootummaan federaalaas ta’e ABUT dhimmoota ijoo irratti waliigalan raawwachuuf tattaafataa turaniiru. Kanneen keessaa miseensota waraanaa duraanii... Read more »
Mootummaan jijjiiramaa kun qabsoofi aarsaa guddaa Qeerroofi Qarreen, hayyoonniifi ummanni Oromoofi Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa taasisaniin gara aangootti kan dhufe Bitootessa 24 bara 2010 ture. Dhagaan Bu’uuraa Ijaarsi Hidha Laga Abbayyaa kaa’amee... Read more »
Waldaan Intarpiriinaroota Shaggar kaayyoowwan adda addaa qabatee kan hojii jalqabe yoo ta’u, tibbana yaa’iisaa sadaffaa bakka Pirezidaantii BMNO Obbo Shimallis Abdiisaafi pirezidaantii duraanii Oromiyaa Obbo Juneyiddii Saaddoo dabalatee keessummoonni garagaraa argamanitti adeemsifateera.... Read more »