
Barnoonni madda beekumsaa, qaroominaa, bantuu ijaafi haqxuu dukkaanaati. Guddina dinagdee, hawaasummaafi siyaasa biyyaa keessattis qoodni qabu olaanaadha. Biyyoonni dinagdeen fagaatan dudduuba iccitiin jiru yeroo qoratamu barnoota ta’uunsaa kan haalamu miti. Fakkeenyaaf jaarraa... Read more »

Seeneet Gizaachoo umriidhaan daa’ima waggaa 10 taatus yaadni ishiin kennituufi bilchinni sammuushii kan hayyuutiin qixxeedha yoon jedhe dubbii arbeessuu hinta’u. Mucaan xiqqittiin tun oggaa waltajjiirratti walaloo dheeraa sammuutti qabatte walaleessitu hordofe dinqisiifannaa... Read more »

Ministirri Muummee mootummaa Rippablika Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaa (RFDI) Doktar Abiyyi Ahmad, barsiisota yunvarsiitiiwwan addaddaafi hoggantoota olaanaa barnootaa kuma sadii ol ta’an waliin tibbana masaraa mootummaatti marii gaggeessaniiru. Kanaanis dhimmoota fayyadamummaa barsiisotaa, rakkoolee... Read more »

Babal’achuun dhaabbilee barnoota olaanaa dhuunfaa bakkeewwan dhaabbileen mootummaa hingeenye ga’uun barnoota qulqullina qabu lammiileef kennuuf yoo ta’u, ergamsaanii kana dhiisuun kanneen hojii seermaleessummaatti bobba’anii jiranis tokko lama miti. Kanneen dhimmamanii lammiisaanii fayyaduuf... Read more »

Imaammanni barnootaa milka’aafi bu’a qabeessa kan ta’u haala qabatamaa yeroo wajjiin wayita haaromfamaa deemudha. Bu’uura kanaan biyyoonni hedduu guddina dinagdeesaanii bu’uura godhachuun sirna barnootaasaanii haareessaa deemu. Haala qabatamaa Itoophiyaatiinis imaammanni barnootaa yeroo... Read more »

Aadde Giddeellash Mohaammad, Godina Gujii Lixaa, aanaa Malkaa Soddaatti ittaantuu afyaa’ii mana maree yoo ta’an, waltajji marii afyaa’iiwwan dubartootaa biyyaalessaa tibbana Finfinneerratti qophaa’erratti hirmaachuuf argamanii turan. Gaafdeebii addatti Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin... Read more »

Ifa, mirgaafi faayidaa ummanni Oromoos ta’e saboonni biyyattii biroon har’a argataniifi eenyummaa har’a ittiin boonan kanaaf abbootiin keenya durirraa eegalanii dhiigaafi qaama hir’atanii, lafeesaanii caccabsaa darbees lubbuu ofii aarsaa godhaniiti kan dhaloota... Read more »
Yeroon amma keessa jirru yeroo kamiyyuu caalaa ummattootni biyyattii kan abdii itti horataniifi jireenya wabii qabu kan itti mirkaneeffachaa jiraniidha. Waggoota kurnan lamaan darbaniif haalli bulchiinsa biyyattii keessa ture afaaniin waa’ee dimokraasii... Read more »

Rakkoolee ijoo damee fayyaa keessatti mul’atan keessaa tokko hanqina ogeessota fayyaati. Yunivarsitiin Jimmaas rakkoo gama kanaan jiru furuuf yeroo yeroon ogeessota fayyaa leenjisee eebbisiisaa jira. Yunivarsitichi Sanbata darbe barattoota damee barnoota adda... Read more »

Qorataafi barreessaan xinhawaasaa ardii Afrikaa akka bakkalcha bariitti ilaalamu, Pirofesar Asmaroom Laggasaa dhalootaan lammii Eertiraa yoo ta’an, ALA bara 1931tti magaalaa guddoo biyyattii, Asmaraa, bakka Gazaa Kenishaa jedhamutti dhalatan. Bakka Gazaa Kenishaa... Read more »