“Otoo Lammaafi Abiyyifaan cabsanii hinbaane ta’ee bakka kana hinjirru” – Gaazexeessaa Abdii Fiixee

Dubbistootaa, torban darbe gaafdeebii Geezexessaa Abdii Fiixee wajjin taasisne kutaa tokkoffaasaa mataduree, “Oromummaamoo Itoophiyummaatu dursaadhaan doorsifameera” jedhuun isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Kutaan ittaanuufi xumuraasaas kunooti. Bariisaa: Fiilmiin keewoo maalirra jira? Abdii:... Read more »

Daa’imman talaallii gifiraa fudhachaa jiran

Talaalliin Gifiraa marsaa lammaffaa guutummaa biyyattiitti torban darberraa eegalee kennama jira. Ministir De’eetaan ministeerichaa Doktar Liyaa Taaddasaa Wiixata darbe sirna eegaliinsa talaallii gifiraa magaalaa Walanciitiitti argamuun haasaa taasisaniin akka jedhanitti, dhukkubni gifiraa... Read more »

Pirojaktiin misooma lageen guguddoo Finfinnee iftoome

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee pirojaktii qarshii biliyoona 29 hojjetamu kaleessa bakka Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad argamanitti ifoomse. Pirojaktichi waggoota 3tti ijaaramee akka xumuramuuf kan karoorfame yoo ta’u, misoomichi lageen magaalaa Finfinnee bakka... Read more »

Miidhaa dhokataa, zayitiiwwan nyaataa

Tibba tokko ummanni biyyattii hanqina nyaata madaalawaatiin hedduu miidhamaa jiraachutu himama. Tibba biraa immoo nyaata coomaafii zayita qabu nyaachuun ummanni furdina hin barbaachineef saaxilamaa jiraachuun yemmuu ajandaa marii ta’u ummatichi kam fudhatee... Read more »

“Oromummaamoo Itoophiyummaatu dursaadhaan doorsifameera” – Gaazexeessaafi Barreessaa Abdii Fiixee

Seenaa miidiyaa Oromoo keessatti sammuu Oromoo hedduu keessa kan jiru Gaazexaassaa Abdii Fiixee, keessumaa televizhinii Oromiyaa Miidiyaa Netowrki (OMN) irratti daran beekama. Kana malees barreessaa kitaaba Dhoksaa Jireenyaa jedhamuufi walaloowwan hedduuti. Yeroo... Read more »

“Lakkaawwii ummataafi manaarratti baay’ina saba tokkoo hir’isuun; dabaluunis waan hinyaadamnedha” -Obbo Birraatuu Yiggazuu

Lakkaawwiin ummataafi manaa waggaa kudhanitti al tokko akka biyyaalessaatti kan gaggeeffamu yoo ta’u, baay’ina lammiileefi manneenii bulchiinsa daangaa biyya tokkoo keessa jiraatan, akkasumas ragaalee hawaasummaafi dinagdee ibsan funaanuun, qindeessuufi xiinxaluun caasaalee bulchiinsa ... Read more »

Liqii yeroon deebisuu dhabuu: Danqaa waliin ga’iinsa bishaanii

Itoophiyaan biyya qabeenya bishaaniitiin beekkamte taatus, lammiileeshee dheebuu baasuun garuu hanga har’aattis akkuma itti ulfaatetti jira. Biyyi laggeeniifi haroowwan gurguddoo akkuma Ardii Afrikaattuu sadarkaawwan duraa irratti argaman osoo qabdu bishaan gidduu teessee... Read more »

Waan facaasan haammachuu: Jechama Seeneet Gizaachoorratti dhugoomaa jiru

Dhalattoota Godina Shawaa Lixaafi hojjettoota mootummaa kan ta’an Obbo Gizaachoo Waldatsaadiqiifi Aadde Saraawit Mokonnin ijoollee dubaraa sadii qabu. Sadeen keessaa tokko Seeneet Gizaachoo jedhamti. Gaazexaan Bariisaa maxxansaa Amajjii 10 bara 2011tiin gaafdeebii... Read more »

“Afaan beekaniin faarfachuu heeraafi wangeelatu deeggara” -Faarfattoota Afaan Oromoo

  Ayyaanni cuupphaa guyyaa cuuphamuu Yesuus Kiristoos sababa godhachuun waggaa waggaan hordoftoota amantii kiristaanaan kan kabajamu yoo ta’u  hacuuccaa sirnootaarraa kan ka’e jaarraa dheeraaf magaalaa Finfinnee keessatti Afaan Oromootiin faarfachuun hayyamamaa hinturre.... Read more »

Nagaa buusuu keessatti shoorri amantootaa olaanaadha

Rakkoo nageenyaa Oromiyaa Lixaa keessatti mudachaa tureen jiruufi jireenyi dhala namaa sadarkaa yaaddessaa keessa kan ture yoo ta’u, haalli kun yaaddoo egeree biyyaa ta’uurra darbee gaaga’ama qabeenyaa qaqqabsiiseera. Bakka nagaan hinjirretti jijjiiramnis... Read more »