
Maqaansaa Niqoodimoos Saamu’eel jedhama. Dhalatee kan guddate Finfinnee, naannawa Dhagaa Araaraa (Araati Kiiloo)tti. Ammaan tana konkolaachisaa taaksiidha. Galgala galgala ammoo barachaa jira. Kolleejii dhuunfaa tokkotti digriidhaan barataa sooshoolojii waggaa sadaffaati. Kanaan dura... Read more »

Guddinaafi qaroomina biyya tokkoo keessatti jaarmiyaaleen sivikii shoora olaanaa qabaatu. Jaarmiyaaleen siviikii ilaalcha siyaasaafi kkf irraa bilisa ta’anii waan socho’aniif fudhatamummaan isaan hawaasa biratti qaban daran olaanaadha. Waltajjii tibbana egeree Gamtaa Barattoota... Read more »

Yeroo dhihoo as maqaa masoo “abbaa goofaree” jedhamuun beekama. Godina Qeellam Wallaggaa, Dambii Doollootti dhalatee Shawaa Lixaa, Aanaa Dandii, Magaalaa Ginciitti guddate. Barnootasaas achumatti barate. Yeroo Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG) dho’ee ba’e... Read more »

Yaadni bilchaataan dargaggootni qaban jireenya ofiifi maatiisaanii, akkasumas hawaasa keessa jiraatan jijjiiruuf humna qaba. Hireen isaan gara fuulduraatti qabanis yaadaafi ilaalcha gaarii horatanirratti kan hundaa’e yoo ta’u, keessumaa jireenyasaanii gaggeeffachuuf hojiin har’a... Read more »

Barachuun yaada, amalaafi ilaalcha kaleessa qabanirratti waan haaraafi gaarii ta’e dabalachuudha yoo jedhame waan dhugaarraa fagaatu hinta’u. Barnootni haala addaddaatiin kan argamu ta’us, manneen barnootaa sadarkaa sadarkaan jiraniifi dhaabbileen barnoota olaanaa bakka... Read more »

Milkiin daandii gabaabaafi qajeelaa gubbaa teessee nama eeggattu akka salphaatti hinamanamtu hinfudhatamtus. Gufuun jiruufi jireenya keessatti yeroowwan garaa garaatti nama mudatu garuu milkiin duubasaa jiraachuu of jalatti dhoksee, nama abdii cimaafi hamilee... Read more »

Qaala’aab Wandimmuu Magaalaa Finfinnee naannawaa ‘Xoor Haayiloochi’ jedhamutti dhalatee guddate. Barumsa isaa sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa ‘Hool Hiilitti, sadarkaa lammaffaa mana barumsaa Faamiliitti, qophaa’ina ammoo mana barumsaa Qiddus Raagu’eelitti barate. Qormaata biyyoolessaa... Read more »

Kaayyoo waggoota afurtamaaf laphee keessatti uumametu har’a lafarratti mul’ate. Ulfa quuqama namummaa umrii daa’imummaa irraa kaasee garaatti baatamaa turetu har’a jiini dhumnaan dhalatee lubbuu godhate. Bara dhalli namaa dhalasaa mana fincaaniitti gatu... Read more »

Waktiin keessa jirru kun kan eebba barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo yemmuu ta’u, yunvarsiitiiwwan hedduus torbee darberraa kaasee eebba barattootaa eegalaniiru. Yunvarsiwwan marsaa jalqabaa kanarratti barattoota eebbisiisuu eegalan keessaa tokko kan ta’e Yunvarsiitiin... Read more »

Ummanni Oromoo ummata bal’aa jiraachuu Itoophiyaaf bu’uura ta’e yoo ta’u jaarraa tokkoofi walakkaa oliif hacuucamaa mirga abbaa biyyummaafi eenyumaasaa dhabee akka jiraatu taasifamaa tureera. Sabni kun harqoota gabrummaa isarratti fe’ame ofirraa cabsuuf... Read more »