Natsaannat Taaddasaatiin Fooziyaa Jamaal Abdallaa jedhamti. Kan dhalattee guddatte Godina Harargee Lixaa Aanaa Boosee Magaalaa Bookee Xiqqootti. Barumsa ishee sadarkaa tokkoffaafi lammaffaas naannawaadhumasheetti barattee xumrte. Barnootasheetiinis sadarkaa keessa ba’aa turte. Qormaata biyyaalessaa... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Yeroo baay’ee eebba barattoota yunvarsiitiirratti qabxii olaanaa galmeesisuun kan badhaafaman dhiirota. Darbee darbee garuu shamarran qaxaleefi jabduun warreen kaaniif fakkeenya ta’anis ni mul’atu. Nutis barreeffama kanaan eebbifamtuu qaxalee qabxii 3.9... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Gotota oggaa injifannoon Adwaa ka’u maqaansaanii dha’amu keessaa tokko Dajjaazmaach Gabramaariyaam Gaarii Godaanaa isa tokko. Gootni kun bara 1874 Shawaa Kibba Lixaa; Sadan Sooddootti dhalate. Carraa bara sanaa warrisaa abbootii... Read more »
Waasihun Takileetiin Qeerrummaan ykn qarrummaan umrii fuudhaafi heerumni itti karoorfamuufii raawwatamu yoo ta’u, kunis ulaagaa itti raawwatamuufi duudhaa mataa qaba. Moggaasa qeerroo ykn qarree jedhamuun waamamuuf fuudhuu dhabuu ykn dubrummaa qabaachuun dirqama... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Akka Ejensiin Istaatistiksii Giddugaleessaa raaga pirojekshinii ummataa bara 2012 adeemsisuun ibsetti, baay’ina ummataa Itoophiyaa waliigalaan miliyoona 110 gahe keessaa dhibbantaan 40 dargaggoota umriinsaanii 15 hanga 30 gidduu jiranidha. Kunis dargaggootni... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Yunvarsiitiin Amboo dhiheenya kana barattoota bara 2012 barnootasaanii xumuran kuma shaniifi 621 barsiise eebbisiseera. Kanneen keessaa kumni tokkoofi 810 (%32) shamarrani. Sadarkaa ‘PhD’ ykn digirii sadaffaatiinis yeroo jalqabaaf barattoota ja’aa... Read more »
Gaafa jechi qeerroo jedhamu dhagahamu kaan bibir’ata, kaan nyaara buta, kaanimmoo itti abdata, inni galeefii goota gaafa roorroo jedhee faarsa. inni hin galleefimmoo akka farraatti isa dheessa. Hundumaafuu qeerroo qorichi roorroo Oromoof... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Dargaggoo Jibriil Tunaa hiriyootasaa waliin ta’uun rakkoo hamaa naannawa sanarratti babal’achaa jiru tokko dura dhaabbachuuf murteessan. Yeroo hedduu namootni waldaan gurmaa’anis ta’ee qofaasaanii gara hojii addaddaatti yemmuu bobba’an jalqaba wanti... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Shamarree Maahileet Zallaqaa Magaalaa Mojootti dhalattee Jimmaatti guddatte. Kutaa shanirraa eegaleemmoo gara magaalaa Finfinnee dhufuun barnoota ishee itti fuftee xumurte. Sanaa booda gara Chaayinaa deemuun akaakuu barnootaa ‘International Trading Economics’dhaan... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Naa’ol Galataa Naggasaa Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Calliyaa Magaalaa Geedootti dhalate. Barumsasaa sadarkaa tokkoffaa kutaa 1fa hanga 4fatti Mana Barumsaa Geedoo sadarkaa tokkoffaatti barate. Kutaa 5fa hanga kutaa 12fatti ammoo... Read more »