“Osoo kanaan dura mariin jiraatee bosona seenuun filannoo hinta’u ture” – Dargaggoota

Qeerroofi qarreen Oromoo, Oromoofi Oromummaa cunqursaan itti hammaate ofirra qolachuuf qabsoo hadhaa’aafi obsa fixachiisaa hanga aarsaa lubbuu gaafatu kaffalaa tureera. Keessumaa cunqursaa sirni moototaa Oromoo dabalatee sabaafi sablammiirratti qaqqabsiisaa ture afaan, aadaa,... Read more »

 Amanaa Tafarii: Dargaggoo kennaa walaloo barreessuun badhaadhe

Waloo Amanaa Tafarii Godina Qellem Wallaggaa, Aanaa Anfilloo, Ganda Suddiitti dhalate. Mana barnootaa sadarkaa 1ffaa kutaa 1ffaa hanga 7ffaatti Mana Barnootaa Suddii sadarkaa tokkoffaatti barate. Kutaa 8ffaa Mana Barnootaa Adiveentistiitti Magaalaa Dambi... Read more »

 “Pilaastikii ‘haylaandii’ naannawa balfurraa meeshaalee kalaquun qabeenyatti jijjiiraa jirra” – Dargaggoota Asallaa

Tibba tokko weerarri awaannisaa omishaalee gammoojjii Sudaan daran hubnaan ijaa bahachuuf jecha warri Sudaan awaannisa nyaataaf oolchuun “Isa nu nyaachuuf dhufe nyaanne” jedhanii umrii awaannisaa gabaabsuu, omishasaaniis baraaruu miidiyaaleen addunyaa gabaasaa turaniiru.... Read more »

 Seeneet Gizaachoo: Barattuu qaxalee qorannoo hawaatiin Itoophiyaa beeksisuuf kaayyeffatte

Waloo Seeneet Gizaachoo qaxalee dacheen Jalduu gumaachite kan umrii daa’imummaatti biyya raajeffachiisuu eegalteedha. Seeneet, walaloowwan ciccimmoo ergaawwan guguddoo qabaniifi sammuu daa’imaatiin dhiyaate jedhamee amanuun nama rakkisuun qalbii hawaasaa dhuunfatte. Tibbana ammoo barattoota... Read more »

 Dargaggeessa yeroo jalqabaaf gitaara omishee gabaaf dhiyeessaa jiru

Meeshaa muuziqaa kan ta’e gitaara hojjechuun Itoophiyaatti mitii ardii Afriikaattuu baay’ee kan baratame waan hintaaneef yeroo baay’ee gitaarri biyyoota Awurooppaa, Ameerikaafi Eeshiyaarraa gara biyyaa gala. Haa ta’u malee, ammaan tana dargaggeessa fedhii... Read more »

 Waldaa maashinoota gara garaa kalaquun qulqullina omishaalee qonnaa mirkaneessaa jiru

Waldaa Hojii Sibiilaa Baayyuu, Tsahaayiifi Hiriyootasaanii Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti argama. Walittiqabaan waldichaa Obbo Baayyuu Ita’aa Gaazexaa Bariisaatti akka himanitti, waldichi bara 2012 irraa eegalee hojii sibiilaarratti bobba’ee hojjechaa kan jiru... Read more »

 “Dhoksaan milkaa’ina keenyaa abdii utuu hinkutatin jabaannee hojjechuu keenya” – Dargaggoo Yoonaas Geetuu

Akka ragaan Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalaa Shaggar irraa argame mul’isutti, magaalattiitti dargaggoota waldaadhaan gurmaa’anii damee hojii gara garaa irratti hirmaachaa turan keessaa 381 gara intarpiriinaraatti (abbaa qabeenyummaatti) ce’uun waldaalee kuma... Read more »

 “Biyyoota Afrikaa magaalotasaanii midhaagsanii misoomsuu barbaadaniif fakkeenyi Finfinneedha” – Dargaggoota Afrikaa

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee misooma koriidarii marsaa lammaffaa, iddoowwan seensa magaalattii ta’aniifi bu’uuraaleen misooma reefu keessatti babal’ataa jiran kanneen akka addababa’ii Koyyee, Gooroofi Sammiit jedhamanitti hojjechuudhaan kutannoo magaalattii giddugala turizimii Afrikaa taasisuuf qabate... Read more »

 Dargaggoonni waa’ee nageenya waaressuurratti maal jedhu?

Dargaggummaan umrii murteessaa ofiifis ta’e biyya ofiif waardiyyaa dhaabachuun wabii itti ta’an yoo ta’u, keessumaa gaafa xiiqii ga’umsaan diina dura dhaabatee walabummaa biyyaa kabajuufi kabachiisuun dhaloota utubaa biyyaa ta’edha jechuun ni danda’ama.... Read more »

 “Milkaa’inaaf qarshii qofa osoo hintaane qalbiifi mul’atatu barbaachisa” -Dargaggoo Musliim Naasir, abbaa warshaa nyaata beeyiladaa

Dargaaggoo Musliim Naasir dhalatee kan guddate Godina Iluu Abbaa Booraatti yommuu ta’u, dura taa’aa Waldaa Warshaa Nyaata Beeyiladaa Musliimiifi Soofiyaa; kan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti argamuuti. Warshaan kun miseensota... Read more »