ODUU
Finfinnee: Ji’oota sadan darbanitti xumura ijaarsa hidhaa haaromsaaf qarshii miliyoona 271 ol sassaabamuu Waajjirri Qindeessaa Ijaarsa Hidhaa Haaromsaa beeksise. Raawwachiisaan Hojii Paablik Dippiloomaasiifi Qunnamtii Ummataa Waajjirichaa Obbo Solomoon Daani’eel Kibxata darbe Gaazeexaa... Read more »
Marqaa daakuu kiiloo giraama 100rraa qophaa’eef dhadhaa kiiloo giraama saddeet Asallaa: Guyyaa turiizimii akka naannoo Oromiyaatti sadaasa 11 hanga 13 bara 2017tti marsaa 20ffaaf magaalaa Asallaatti kabajameera. Ayyaanicha sababeeffachuun daawwannaan paarkii bineensotaa... Read more »
Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee Sadaasa 10 bara 2017 taa’een Labsii Hojjettoota Mootummaa Federaalaa lakkoofsa 1353/2017 fooyya’ee bahe sagalee caalmaan raggaasiseera. Labsicha hojiirra oolchuufis danbiifi qajeelfamni siviil sarviisiin qophaa’eera.... Read more »
Finfinnee: Guddina dinagdee biyya tokkootiif qabeenyawwan uumamaafi namtolchee akaakuuwwa garagaraa qabaachuu qofa osoo hintaane qabduuwwan seeraa mijatoo ta’an qabaachuun murteessaadha. Mootummaan jijjiiramaa mul’ata baroota dheeraa dinagdee milkeessuuf Fooyyessa Dinagdee Mandhalee diriirsee hojjechaa... Read more »
Finfinnee: Waraqaan Eenyummaa Biyyaalessaa erga addunyaarratti hojiirra ooluu jalqabee waggoota hedduu lakkoofsiseera. Itooniyaa, Filiippiinsiifi Hindi biyyoota addunyaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa hojiirra oolchuun sadarkaa duraarratti eeramaniidha. Biyyoota Afrikaa keessaa ammoo kanneen akka Gaanaa,... Read more »
Finfinnee: Shaggaritti lafa hektaara kuma 65 jallisiidhaan misoomsuun qamadii kuntaala miliyoona afurii ol argachuuf hojjetaa jiraachuu Waajjirri Misooma Jal’isii Magaalichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Abarraa Caalaa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti,... Read more »
Adaamaa: Miidhaan dubartootaafi daa’immanirra ga’u yeroodhaa gara yerootti bifa jijjiirratee dabalaa jiraachuu Biiroon Dhimma Dubartiifi Daa’imman Oromiyaa beeksise. Miidhaa kana hir’isuuf mariin paanaalii qooda fudhattoota waliin magaalaa Adaamaatti Kamisa darbe gaggeeffameera. Hoggantuu... Read more »
Finfinnee: Matahaaraan magaalaa aduun itti hindhiine sa’aatii 24:00 guutuu keessummaa simattee gaggeessitu, kuduraafi muduraan of geesse yoo taatu; gaara Fantaalleefi Hara Basaqaatiin marfamtee tajaajila hawaasummaa guddaa kennaa jirti. Harri Basaqaa fagootti magaalattiif... Read more »
Finfiinnee: Hanga ammaatti namoonni marii biyyaalessaa kuma 105 adeemsa calallii ajandaa marii biyyaalessaarratti hirmaachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Boqonnaa raawwii kanatti naannolee sagaliifi bulchiinsota magaalaa lamatti calallii hirmaattotaafi ajandaa marii goolabuun ibsameera.... Read more »
Finfinnee: Ummatni Horroo Guduruu Wallaggaafi Naannoo Amaaraa Finxaaleyyii gama lachuun nageenya booressan irratti waliin hojjechaa jiraachuu Bulchaan Godinichaa Obbo Mirreessaa Fiixee ibsan. Obbo Mirreessaan ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti,... Read more »