ODUU

-Misoomni koriidarii baadiyyaas eegalameera Finfinnee: Misoomni Koriidarii magaalotatti hojjetamaa jiru kaayyoo magaalota miidhagsuu qofa kan qabu osoo hintaane, dhaloonni hariiroo biyyaafi mootummaasaa waliin qabu cimsuurratti bu’aa olaanaa akka qabu Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee... Read more »

Finfinnee: Guddina dinagdee biyyaa mirkaneessuuf mootummaan fooyyessa dinagdee mandhalee (‘home grow economy reform’) eegaluun hojiiwwan garagaraa hojjechaa jira. Gurgurtaan akisiyoona %10 Itiyoo Telekoom tibbana bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) argamanitti ifoomses... Read more »

Finfinnee: Oromiyaatti tatamsa’ina dhibee busaa bara darberraa kaasee hammaataa jiru maqsuuf sochii jabaan taasifamus ammayyuu namootni dhibee busaatiin qabaman miliyoona 1.2 dhaqqabuu Biiroon Fayyaa Naannichaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Doktar Tasfaayee Kabbabaa... Read more »

Finfinnee: Raayyaan ittisa biyyaa bu’uura cimaa Itoophiyaati jedhan pirezidaantiin RFDI Taayyee Atsqasillaasee. Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa 117ffaan mataduree “Raayyaa qormaata keessatti ijaaramaa dhufe” jedhuun qajeelcha olaanaa raayyaa ittisaatti taateewwan garagaraatiin kaleessa Qajeelcha... Read more »

Finfinnee: Warri Fantaallee warra Gadaan bulu gadadoofi jibbaaf bakka hinqabne, waldhabdee akka tasaa isaan mudatu furachuuf mana murtii idilee caalaa Jaarsa biyyaaf warra dursa kennuudha. Manni murtii aadaa cancala hawaasummaatiin hidhamee as... Read more »

Finfinnee: Dhaloota garaasaarra biyya jaalatu uumuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu hoggantoonni olaanaan Naannoo Oromiyaa ibsan. Hoggantoonni kunneen kabaja guyyaa Alaabaa 17ffaa ilaalchisuun turtii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, biyya kan guddisu, birmadummaa... Read more »

Adaamaa: Itoophiyaan birmadummaa aarsaa lubbuu, dhiigaafi lafeetiin argatte wabii midhaan nyaataatiin of danda’uudhaan itti fufsiisuu akka qabdu Hoggantootnifi Hayyootni sektaroota garagaraa beeksisan. Tajaajilli Oduu Itoophiyaa marii qooda fudhattoota garaagaraa hirmaachise mataduree, “Birmadummaa... Read more »

Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Walaayittaa aanaalee afur keessatti weerarri dhibee busaa daran hammaachuu Qajeelchi Fayyaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan Qajeelchichaa Obbo Tsaggaayee Ekkaa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, dhibeen busaa waggaatti... Read more »

Finfinnee: Oromiyaatti bara omishaa 2016/17 hojiileen omishaafi omishtummaa qonnaa guddisan hedduun raawwatamaniiru. Bara omishichaatti lafa heektaara miliyoona 11.2 omishaalee gara garaatiin uwwisuun omishni kuntaala miliyoona 337 kan eegamu ta’uu Biiroon Qonna Oromiyaa... Read more »

Finfinnee: Roobni guyyoota darbanitti roobe guddina biqiltootaaf gumaachuurra darbee hojiilee qonna jallisiitiin hojjetamaniifi eegumsa naannawaatiif faayidaa olaanaa akka qabu Inistiitiyuutiin Meetiworolojii Itoophiyaa ibse. Daarektarri Ittaanaan Damee Raaga Meetiworolojiifi Ofeeggannoo Dursaa Doktar Asaamminawu... Read more »