ODPfi ADOn walitti makamuun ummata Oromootiif injifannoo guddaadha

Finfinnee: Oromoo Dimokiraatik Paartii (ODP)fi Addi Dimokraatawaa Oromoo (ADOn) walitti makamuun sanada walhubannaa dheengadda Waajjira Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa (BMNO)tti mallatteessaniiru. Dura Taa’aa Ittaaanaa ODPfi Pirezidaantii BMNO, Obbo Lammaa Magarsaa saganticharratti... Read more »

“Walitti bu’iinsa eenyummaarratti hundaa’e furuun harkuma keenyarra jira”

Finfinnee: Itoophiyaan baroota hedduuf heddummina aadaa, duudhaa, afaaniifi amantii sabootaa, sablammootaafi ummattootaa keessummeessaa turteetti; har’as kabajaa jirti.   Wayita ammaa garuu naannawawwan biyyattii addaddaatti rakkooleen nageenyaa tokkummaa biyyaatiif yaaddoo cimaa ta’an mul’achaa jiru.... Read more »

Buqqaatotaaf deggarsi qarshii mil. 33 taasifameera

Finfinnee: Jijjiirama siyaasaa biyyattii keessatti mul’achaa jiruun walqabatee qaamoleen fedhiifi faayidaansaanii kallattii hundaan tuqame ummattoota baroota hedduu waliin jiraachaa turan walitti buusaa turaniiru. Kanarraa kan ka’e lammiileen daangaarra jiraatan hedduun badii tokko... Read more »

. Hubannoo hawaasni seera irratti qabu maal fakkaata?

Seera beekuufi beekuu dhabuun ittigaafatamummaa seeraa jalaa nama hinbaasu. Hubannoo hawaasni seera irratti qabu maal fakkaata? Hubannoo seeraa qabaachuun maaliif nama gargaara? Olaantummaan seeraa akkamitti kabajama? Hubannoo hawaasni seera irratti qabu gabbisuuf... Read more »

Tarkaanfiin hattootarratti fudhatamaa jiru itti fufuu qaba

Finfinnee: Addi Bilisummaa Oromoo ‘ABO’ tarkaanfii hattoota biyya saamanirratti fudhatamaa jiru akka deeggaruufi cimee itti fufu akka qabu Dubbii Himaan dhaabbichaa ibsan. Dubbii Himaan ABO Obbo Toleeraa Adabaa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa... Read more »

Oyiruu hektaara miliyoona 2.5 irraa midhaan sassaabame

Finfinnee: Oromiyaatti oyiruu hektaara miliyoona 5.9 midhaaniin uwwifame keessaa hektaara miliyoona 2.5 irraa midhaan sassaabamuu Biiroon Qonnaa Naannichaa beeksise. Daarektarri Misoomaafi Eegumsa Biqiltuu biirichaa Obbo Dajanee Hirphaa ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Kabaja guyyaa sabootaatiif qophiin taasifamaa jiraachuu Caffeen Oromiyaa ibse

Finfinnee: Guyyaa saboota, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa marsaa 13faf  Sadaasa 29 bara  2011 kabajamuuf Oromiyaatti qophiin taasifamaa jiraachuu Caffeen Oromiyaa ibse. Daareektarri Dhimmoota Komunikeeshiniifi Bulchiinsa Odeeffannoo Waajjira Caffee Oromiyaa, Obbo Habtaamuu Damissee ibsa... Read more »

Manni marichaa muudama Boordii Filannoo Biyyaalessaa haaraa raggaasise

Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesaa kaleessa taa’een muudama Dubree Burtukaan Miidhagsaa Walitti Qabduu Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa akka ta’aniif Ministira Muummee Doktor Abiyyi Ahimadiin dhiyaate mirkaneesseera. Doktar Abiyyi Dubree... Read more »