ODUU
Finfinnee: Teknooloojii barbaachisu hunda maallaqni jiraannaan bituun kan danda’amu ta’uyyuu, ogeessa teknoloojichi sochoosu argachuun dirqama. Biyyattiin bu’aawwan teknooloojii yeroon gaafatu bal’inaan gara biyyaatti galchaa kan jirtu ta’us, humni namaa teknoolojii kana sochoosus... Read more »
Finfinnee: Lammilee Oromoo qe’eefi qabeenyasaanirraa buqqa’an miliyoona 1.4 bakkatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksise. Komishinarri Ittaanaa Komishiniichaatti, Obbo Garramuu Hulluuqaa ibsa Gaazexaa Bariisaaf Roobii darbe laataniin, lammileen Oromoo... Read more »
Afaan Oromoo Itoophiyaa irra darbee Afrikaa keessatti dubbatamu haalaan babal’atee akka baratamuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Hoogganaa Ittaanaa BBO kan ta’an Obbo Maammoo Boggaalaa ibsa tibbana Gaazexaa Bariisaaf addatti kennaniin,... Read more »
Nageellee Arsii: Waggoota lamaafi sadiin dura gamoo manneen jireenyaa waliiniitu bade oduun jedhu dhagahamuusaatti namni ajaa’ibsiifatee ittiin qoosaa ture. Bara darbemmoo oduun faallaa sanaa gamuma Finfinneerraa dhagahame ammo manneen baduun hafee gara... Read more »
Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 39fa bara hojii 4fa kaleessa gaggeesseen muudama komishinaroota Komishinii Dhimmoota Bulchiinsa Daangaafi Eenyummaafi Komiishinii Araara Nageenyaa raggaasiseera. Doktar Xaasawu Gabreefi Ustaaz Abubakar Ahmad Komishinariifi... Read more »
Finfinnee: Sagantaan duula qulqullina Itoophiyaa ji’a darbe eegalameefi affeerraan irbaataa Shaggar iftaan kan adeemsifamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Sagantaan duula qullinaa ganama sa’aatii 1:30 irraa eegalee kan adeemsifamu yoo ta’u, daawwannaan... Read more »
Finfinnee: Ijaarsawwan seeraan alaafi weerara lafa baadiyyaafi magaalotatti babal’achaa jiran dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsaafi Ittifayyadama Lafa Baadiyyaa beeksise. Biirichatti, Daariktera Ittisa Walitti Bu’iinsa, Qubsuma Seeraan Alaa, Hordoffiifi To’annoo Qabiyyee Lafaa Obbo... Read more »
Nageellee Arsii: “Waggoota 25 oliif qarqara Hara Abijaataafi paarkii Shaalaa Abijaataa keessatti hojjachaa ofiifi maatii kiyyas gargaaraa ture. Waardiyyaa paarkichaa irraa kaasee hanga Iskaawutiittis sadarkaa garagaraatiin hojjachaa ijoollee horadhee barsiifachaan ture.” “Ijoolleen... Read more »
Finfinnee: Leenjiin gaggeessitoota aanaaleefi magaalota Oromiyaarraa baba’aniif magaalaa Adaamaatti kennamaa ture dheengadda kan xumurame yoo ta’u, Pirezdaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa kallattii kennaniiru. Kallattii Obbo Shimallis kennan ilaalchisuun Hogganaan... Read more »
Kamisee: Dhuma Bitootessaa keessa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromoo Kamiseefi naannawaashee kanneen akka Axaayee, Dawwaafi Maajateetti shira siyaasaan walitti bu’iinsa uumameen gaaga’amni guddaan qaqqabeera. Rakkoo uumame furuuf Bulchiinsi mootummaa Naannoo Amaaraa qaamolee... Read more »