“Dizaayiniin Hospitaala Tarsharii Walloo hanqinoota heddu qabaachuusaatiin jijjiirame” -Pirezdaantii Yunvarsiitii Walloo

Dasee: Dizaayiniin Hospitaala Tarsharii Walloo duraanii hanqinoota heddu qabaachuusaatiin kan jijjirame ta’uu, Pirezdaantiin Yunvarsiitii Walloo beeksisan. Pirezdaantiin yunvarsiitichaa Doktar Abaata Geetaahuun ibsa tibbana addatti Gaazexaa Bariisaaf kennaniin, ijaarsi hospitaalichaa bara 1994 eegalus... Read more »

“Abbootii qabeenyaa maxxantummaan jiraatantu dargaggoota biyyaa baasaa jira” -Aadde Zahaaraa Humad

Samaraa: Godaansa seeraan alaa akka biyyaatti hammaachaa jiruuf akka sababa ijootti kan ka’u hojidhabdummaa ta’uu yeroo baay’ee ni ka’a. Dargaggoonni rakkoo kanaaf saaxilaman hedduunsaanii naannoo Affaar riqicha godhachuun biyyaa bahaa kan jiran... Read more »

Walharkaa fuudhiinsa waadaa, imaanaa addaa

Gudar: Yeroo rakkoon biyyattii hammaatte san, gaafa namni waan afaanitti fidu dhabee afaan hoomachaa’e, gaafa  dhalli namaa osoo lubbuun keessa jirtu gogee muka qoraanii fakkaate, gaafa Itoophiyaan maqaa hanga ammaa keessaa bahuu... Read more »

“Piroppoozaala bocanii fiduun invastara ofiin jechuun dur hafe” -Obbo Solomon Alamuu

Dasee: Gahee invastarootni rakkoo hojidhabdummaa dargaggootaa furuufi dinagdee biyyaa saffisiisuu keessatti qaban salphaa miti. Invastaroonni ga’umsaan hojiisaanii mo’atanii hojjetan baay’inaan dhibamuun garuu hawaasa biratti komii bal’aa uumaa jira.  Komiin hawaasaa akka bal’atu... Read more »

“Sirna siyaasa Itoophiyaa okkolaa jiru qajeelchuuf filannoo walabaa adeemsisuun dirqama”-Paartiilee morkattootaa

Finfinnee: Sirna siyaasa Itoophiyaa okkolaa har’a gahe  wal’aanuuf ykn qajeelchuuf furmaatni filannoo walabaa karaa hundumaan guutuu ta’e adeemsisuun dirqama ta’uu paartileen morkattootaa ni ibsu. Xinxaltootni siyaasaas yaaduma kanarratti waliigalu. Miseensi hoggansa Paartii... Read more »

“Ambo qabsorraa gara misoomaatti ceetee jirti” – Obbo Saahluu Dirribsaa

Amboo: Waggootan 27n darbaniif qaamota biyya bulchaa turan biratti Amboo akka diinaatti ilaallamaa turuusheefi sababa kanaafis ta’e jedhamee misoomni garaagaraa magaalattii keessatti akka hinbabal’anne taasifamaa turuu kantiibaan magaalattii Obbo Saahiluu Dirribsaa ni... Read more »

Waliigalteen pirojektoota invastimantii 11 addaan cite

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti pirojektootni invastimantii 11 ta’an hanga har’aatti sababa hojii misoomaa keessa hingalleef waliigalteensaanii addaan cituusaa Komishiniin Invastimantii Oromiyaa tibbana beeksiseera. Pirojektoota invastimantii 120f ammoo yeroo gabaabaa keessatti gara misoomaatti akka... Read more »

Injifannoo Adwaa: Mallattoo tokkummaa ummata Itoophiyaa

Finfinnee: Ummatni Itoophiyaawaraana Xaaliyaanii meeshaa waraanaa ammayyaa hidhatee daangaafi galaana ce’ee dhufe tokkummaan itti duulee kan injifate Guraandhala 23 bara 1888 ture. Guyyaan injifannoo mallattoo tokkummaa ummata Itoophiyaafi saba gurraachaa ta’e kun... Read more »

Firummaafi jaalala ummatootaa cimsuun biyya sabdaneessa taate ijaaruu qabna” Obbo Indaashawu Birhaanuu

Fiichee: Saboota, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa gidduutti firummaa, jaalalaafi nageenya amansiisaa ta’e cimsuun biyya sabdaneessaafi afdaneessa taate ijaaruu qabna jechuun Bulchaan Godina Shawaa Kaabaa ibsan.  Bulchaan godinichaa Obbo Indaashawu Biraanuu kana kan ibsan... Read more »

 “Ijoollee keenya meeshaa waraanaa hinbaachifnu” – Doktar Abiyyi Ahmad Waraabee: Istaadiyeemiin magaalaa Waraabee Roobii darbe ummata kumatamaan lakka’amanii guutame ture. Ummanni Godina Silxeefi naannawaashee keessumaa jabaa simachuuf gariin uffataafi faaya aadaatiin miidhaganii... Read more »