Lakkaawwii ummataafi manaarratti hawaasni dammaqinaan hirmaachuu akka qabu gaafatame

Finfinnee: Lakkaawwii ummataafi manaa Bitootessa 29 bara 2011 irraa jalqabee guyyoota kudhaniif gaggeeffamurratti kutaaleen hawaasaa marti dammaqinaan hirmaachuu akka qaban Komishiniin Lakkaawwii Ummataafi Manaa Oromiyaa gaafate. Barreessaan komishinichaa Obbo Sheekoo Gurroo ibsa... Read more »

“Dubartoonni qaamolee imala bilisummaa gufachiisuuf yaalanirratti duuluu qabu” -Aadde Xayibaa Hasan

Adaamaa: Dubartoonni qaamolee adeemsa jijjiiramaafi qilleensa gaarii argame gufachiisuu barbaadanirratti duuluun nageenya biyyaa mirkaneessuuf hojjechuu akka qaban pirezdaantii ittaantuu Oromiyaa gaafatan. Aadde Xayibaa Hasan Guyyaa Dubartoota Addunyaa akka biyyoolessaatti yeroo 108a, akka... Read more »

“Ayyaanni dubartootaa baranaa adda” -Dubartota miseensota Caffee

Adaamaa: Seenaa Itoophiyaa keessatti barana yeroo jalqabaatiif Pirazdaantiin dubartii biyya bulchuuf carraa argatte, Manni Murtii Waliigalaas Pirezidaantummaa dubartii jalatti kufe, Raayyaan Ittisa Biyyaas yeroo jalqabaatiif dubartiin hoogganamuuf dirqame. Baay’inni dubartii dur sadarkaa... Read more »

Olanciitiin tajaajila bishaan dhugaatii qulqulluu argatte

Olanciitii: Olanciitiin godina Shawaa Bahaa keessatti kan argamtu yoo taatu, magaala guddoo aanaa Boosat ta’uun tajaajilaa kan jirtuudha. Adaamaarraa kiiloo meetra 25 fagaattullee hawaasni magaalittiifi naannawashee yeroo dheeraaf bishaan dhugaatii qulqulluu dhabuun... Read more »

Gootota misoomaa Oromiyaan horachaa jirtu

Adaamaa: Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa waggaa waggaan gootota misoomaa miliyoonota horachuuf badhaasa meedaaliyaa kennaa kan ture yoo ta’u, baranas marsaa 12faf qonnaan bultoota gara invastimantiitti ce’an, dubartootaafi dargaggoota qabeenya gahaa horataniifi ogeessota... Read more »

“Akka lammii biyyaatti dhimma biyyaarratti murteessuuf carraa arganna jennee abdanna” – Obbo Omad Ajuuluu PMNU Gaambeellaa

Finfinnee: Paartiileen deggartootaa eddii yaadni ADWUItti makamuu hojiirra oolee booda paartiilee ADWUItti makamuun waliin akka hojjetaniif ejjennoon qabatame kan isaan gammachiise ta’uu Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Ummatoota Gaambeellaa ibsan. Pirezdaantichi Obbo Omad Ajuuluu... Read more »

Zoonii Lixaatti miseensonni WBO 700 ol simataman

Finfinnee: Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waamicha nageenyaa abbootii Gadaa fudhatan 744 ummatatti makamaniiru; kunneenis gara kaampii Xollaayitti geeffamuusaanii Walittiqabaan Gumii Abbootii Gadaa ibsan. Walittiqabaan gumichaa Abbaa Gadaa Bayyanaa Sanbatoo ibsa kaleessa... Read more »

Harargee bahaatti galiin qarshii miliyoona 300 ol sassaabame

Godina Harargee Bahaatti ji’oota jahan dabranitti maddoota galii gara garaarraa qarshiin miliyooa 300 ol sassaabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwan godinichaa beeksise. Gaggeessaa Hojii Ittaanaan Abbaa Taayitichaafi Qindeessaan Dhimma Hojii Barumsaafi Kominikeeshinii Obbo Abdujabbaar... Read more »

Yunivarsiitiin Amboo misooma magaalaa Amboo keessati shoorasaa bahachaa jiraachuun ibsame

Amboo: Yunivarsiitiin Amboo ummata magaalaafi naannawaa ishee waliin ta’uun misooma magaalattii babal’isuuf sochii olaanaa taasisaa jiraachuun ibsame. Pirezidaantiin Yunivarsiitii Amboo Doktor Taadasaa Qana’aa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, Magaalaan... Read more »

“Gochawwan seeraan alaatiif ulaa kan bane gaggeessaa keenya” -Pirezidaantii BMNO, Obbo Lammaa Magarsaa

Adaamaa: Bakka hoogganaan keenya seera kabajee hinkabachiifnetti seera maleessummaa to’achuun ulfaataa ta’uu pirezidaantiin BMNO, Obbo Lammaa Magarsaa, manni seeraan alaa hanga ijaaramutti ilaalanii erga xumurameen booda diiguun badii hooggansi raawwate dhoksuu kan... Read more »