Finfinnee: Bara 2014tti hojiin invastimantii haaraan 3588 kaappitaala Birri Biliyoona 100fi Biliyoona 80’n akka hojjetamu murte boordii argachuu Biiroon Invastimantiifi Indaastirii Oromiyaa beeksise. Hojii kanarraa galiin qarshii biliyoona 19 akka argamus himameera.... Read more »
Baddeessaa: Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaatti torban darbe guyyaa tokko qofatti bittaan boondii hidha haaromsa guddichaa qarshii miiliyoona 1,030,000 gaggeeffame. Kutannoo cimaa hoggansi magaalichaa hidhni haaromsaa gaggeessummaa Oromootiif qabu bu’uurarraa hubachuun... Read more »
Sandaafaa: Qeerroofi Qarreen abdii walabummaa biyyaa ta’e osoo lubbuusaaf hinwaakkatin murna ABUT hundeedhaa buqqisuuf xiqqaadhaa hanga guddaatti aarsaa qaalii wareegama lubbuu gaafatu kaffaluun umriinsaa akka gabaabbatu ta’eera. Murni aangoorraa kaafame ABUT isa... Read more »
Finfinnee: Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa torban kana lammiilee sababa waraanaafi hongeetiin qe’eefi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa qarshii miiliyoona 200 kan taasise yoo ta’u, Naannoo Affaariifi Gaambeellaatti ammoo manneen barnootaa Ifa Boruu ijaarsisuuf dhagaa... Read more »
Finfinnee: Bakkeewwan gareen shororkeessaa ABUT weerare, manneen barnootaa sababa waraanichaatiin barbadaa’aniifi saamaman hawaasichi deebisee akka ijaaru waamichi dhihaate. Ministeerri Barnootaa Itiyoo-Telekoom wajjin ta’uun manneen barnootaa naannolee Amaaraafi Affaaritti shororkeessichaan barbadaa’an deebisanii ijaaruufi... Read more »
Finfinnee: Hidhamtoonni siyaasaa hiikamuu hordofee mufiin gama adda addaatiin mul’atus hidhamtoonni kan hiikaman mariin sadarkaa garagaraatti erga taasifameen kan murtaa’e ta’uufi milkaa’ina marii biyyaalessaatiif hunduu ga’eesaa bahachuu akka qabu Ittigaafatamaan Waajjira Paartii... Read more »
Finfinnee: Biroon Galiiwwan Oromiyaa bara bajataa 2014tti qarshii biliyoona 50.3 walitti qabuuf karoorfatee keessaa ji’a jahatti qarshii biliyoona 25.8 waliitti qabuun karoorasaa %96 milkeessu Biiroon Galiiwwaan Oromiyaa ibse. Sadarkaa Pirezidaantii Ittaantuutti ittigaafatamtuun... Read more »
“Jiraatonni magaalaa keenyaa martinuu, Afrikaanummaa keenyaan ni boonna, milkaa’ina Yaa’ii Gamtaa Afrikaatiif waliin haa dhaabbannu!! Yaa’iin hooggantoota Gamtaa Afrikaa 35fan magaalaa guddittii keenya, Finfinneetti adeemsifamuuf guyyoota muraasatu isa hafa. Magaalaan keenya Finfinneen... Read more »
Finfinnee: Fayyadamummaa hawaas-dinagdee horsiise bulaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezdaantiin Itoophiyaa ibsan. Pireezdaant Saahilawarqi Zawudee guyyaa horsiise bulaa biyyaaleessaa yeroo 18faf Kibxata darbe Adaamaatti kabajamerratti argamuun haasawaa taasisaniin akka jedhanitti, mootummaan horsiise bulaaf... Read more »
Jilli Ministira Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmadiin durfame Wiixata darbe Naannoo Somaaleetti naannoowwan hongeedhaan miidhaman daaw’atan. Kanaanis, yeroodhaaf konkolaattota bishaan dhiheessan, Nyaata, nyaata beelladaafi qorichoota daran barbaachisoo ta’an caalaatti daballee ni dhiheessina... Read more »