Finfinnee: Harcaatii barnoota gaheessotaarratti mul’achaa jiru maqsuuf haala mijeessitoonni haala mijataa uumuu akka qaban Biiroo Barnoota Oromiyaa ibse. Hogganaa ittaanaan biirichaa Obbo Maammoo Boggaalee tibbana Gaazexaa Bariisaaf ibsa addatti laataniin ga’eesotni carraa... Read more »
Waldichi Yeroo afraffaaf Adoolessa 14/2011 hojii eegala Finfinnee: Sirna mootummaa Hayilasillaasee keessa yeroo Oromoofi Oromummaan cubbuu ta’ee dararamni cimaan ummaticharra qaqqabaa turetti hundaa’e, Waldaan Walgargaarsaa Maccaafi Tuulamaa. Waldichi bara 1955 aadaa, seenaafi... Read more »
-Buqqaatonni kuma 200 olis qe’eesaaniitti deebi’aniiru. Finfinnee:Hariiroo Oroo Beenii misoomaa daandiin walitti hidhuuf baajanni miliyoona Kuma 200 ol ramadame hojiitti hiikamaa jiraachuu Qindeessaan Waajira Nageenyaaf Misooma Waliinii Naannoo Oromiyaaf Beenishaangul Gumuz ibsan.... Read more »
Roobee: Sirni mooticha Haaylesillaasee qabsaa’ota Baalee dhabamsiisuuf humna biyyattiin qabdu hundumaa fayyadameera. Goototni siyaasaa Baalee keessa bahan hedduun garuu waraana lafoofi qilleensaanuu kan hindanda’amne ta’uusaanii falmiifi fincila garbummaarratti taasisaa turaniin mirkaneessaniiru. Yaadni,... Read more »
Finfinne: Halkan keessaa naannoo sa’aa 6tti Hararirraa ka’ee dadhabbii cimaan booda magaalaa Finfinnee ga’e. daandii dheeraa hangana fagaatu immoo konkolaachisisaa dhiisii namoota konkolaaticha yaabbataniifis salphaa hinturre. Dadhabbii kana bayyanachuuf konkolaachiftootni hedduu Jimaa... Read more »
Daldalli seeraan alaafi kontirobaandiin rakkoo ijoo ummatas ta’e dinagdee Itoophiyaa miidhaa jiraniidha; omishaaleen galii sharafa alaa argamsiisan seeraan ala gara biyya alaatti akka gurguraman taasisuudhaan dinagdee biyyattii daran miidhaa jira. Daldalli seeraan... Read more »
Adaamaa: Oromiyaa, Beenishaangul Gumuziifi Gaambellaan bulchiinsa mootummaa naannolee sadeenii Itoophiyaa Lixaatti waldaangessaniidha. Ummattoonni naannolee sadeenii jaarraawwan hedduuf nagaafi jaalalaan waliin jiraachaa waan turaniif seenaan, aadaan, afaaniifi jireenya hawaasummaa walkeessa galaniiru. Waggoota shanii... Read more »
Gaambeellaa: Pirezidaantiin Yunivarsitii Gaambeellaa Doktar Ujuluu Ukkook waltajjii hariiroo ummattoota Oromoofi Gaambeellaa caalaatti cimsuuf dhiyeenya kana Gaambeellaatti adeemsifame irratti akka jedhanitti, Magaalaan Gaambeellaa bara 1902 hundoofte. Lagni Baaroo magaalattii bakka lamatti addaan... Read more »
Finfinnee: Sirnoota darban keessa eenyummaafi heddumminni sabootaafi sablammootaa hacuucamaa akka ture galmee seenaarraa kan hubatamuudha. Sirni mooticha Haaylesillaasee falaasama amantii takkittii qofa hordofaa waan tureef, walqixxummaafi tokkummaan ummattoota biyyattii gaggeessaa hinturre. Sirni... Read more »
Finfinnee: Garaagarummaan siyaasaa jiraatus dhimma nageenya Oromiyaarratti Addi Bilisummaa Oromoo, Kongirasiin Federaalistii Oromoofi Oromoo Dimokraatik Paartiin waliin kan hojjetan ta’uu Dura Taa’aan KFOfi MEDREK ibsan. Dura Taa’aa KFO fi MEDREK Pirofeeser Mararaa... Read more »