“Hanga halkan sa’aatii 6:00tti hojjechuun tajaajila kaadaastaraa Asallaa si’eessaa jirra”  – Obbo Abbabaa Rattaa

Asallaa: Kenniinsa tajajilalaafi hojii kaadaastaraa si’eessuuf halkan hanga sa’aatii 6:00tti hojjetaa jiraachuu Ittigaafatamaan Waajjira Lafaa Magaalaa Asallaa ibsa. Ittigaafatamtichi Obbo Abbabaa Rattaa tibba darbe turtii gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin, lafti lafee dugdaa... Read more »

 “Haalli qubannaa hawaasaa qorannoo saayinsiitiin deggaramuu qaba”  – Waaqgaarrii Furii (‘PhD’) hayyuu Haydiroo Ji’oloojii

Finfinnee: Balaa rooba hordofee mudachuu malu baraaruuf haalli qubannaa hawaasaa taasifamu saaxilamummaa balaarraa bilisa ta’uu qorannoo saayinsiitiin deggaramuu akka qabu Hayyuun Hayidroo Ji’olojii Yunivarsitii Finfinnee Doktar Waaqgaarii Furii ibsan. Naannawaan yaa’aa Laggeen... Read more »

 Kenni tajaajilaa Waajjira Galiiwwanii Magaalaa Maqii gara dijitaalawaatti ce’aa jira

Maqii: Wayita baatii Waxabajjii dhimma hojiitiif gara Maqii deemnetti kenni tajaajilaa Waajjira Galii Magaalattii maal akka fakkaatu mil’annee turre. Mil’annaan keenya kun yaada abbootiin dhimmaafi ibsa ittigaafatamaa kan of keessaa qabuudha. Jiraataan... Read more »

“Rifoormiin taasifame rakkoo dinagdee biyyattii kan furudha” -Ministira Muummee Abiyyi Ahmad(PhD)

Finfinnee: Rifoormiin Dinagdee Maakaroo Itoophiyaa tibbana taasifame rakkoo dinagdee biyyattii furu ta’uu Ministeerri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi Kamisa darbe Qoodafudhattootaf akka ibsanitti, rifoormichi Itoophiyaa iyyummaafi idaa keessaa kan baasu... Read more »

Oromiyaatti jijjiiramni haala qilleensaa tamsa’ina dhibee busaa hammeessaa jiraachuun ibsame

Finfinnee: Sababa jijjiirama haala qilleensaatiin tamsa’inni dhibee busaa hammaachaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Dhibeewwan koleeraafi gifiraa jijjiirama haala qilleessaatiin walqabatee mudate to’achuufis xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu ibseera. Hogganaa ittaanaan biirichaa Doktar Tasfaayee... Read more »

Guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona 150 dhaabuuf karoorfame

Bara 2011-2015tti biqiltuulee biliyoonni 32 dhaabamaniiru Finfinnee: Sagantaa dhaabbii biqiltuu Hagayya 13 gaggeeffamuun guyyaa sanatti biqiltuu miliyoona 150 dhaabuuf  karoorfachuu Minsteerri Qonnaa ibse. Bara 2011 hanga 2015tti waliigalaan biqiltuun biliyoona 32 dhaabachuus... Read more »

Carraafi cancala rakkoo fooyya’iinsa  gatii sharafa alaatiin walqabatan

Finfinnee: Jijjiirama siyaasaa biyyattiitti taasifameen walqabatee Itoophiyaa badhaatuufi tasgabbooftuu dhaloota dhaalchisuuf mootummaan sektaroota hundatti riifoormii taasisaa jira. Hundaa ol, dinagdee damdaneessaafi beekumsa biyya keessaarratti bu’uureeffame hordofuun yeroo gabaabaa  keessatti qamadii alaa galchuurraa... Read more »

 Bara 2017tti ijaarsi seeraan alaa hundi furmaata argatu

Finfinnee: Bara 2017tti ijaarsi seeraan alaa hundi furmaata kan argatan ta’uu bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu beeksise. Kaantiibaan magaalichaa Obbo Alamaayyoo Asaffaa sagantaa eebba Pirojektii Misooma Kaadaastara Magaalichaa Kamisa darbe taasifamerratti haasaa taasisaniin akka... Read more »

 Godinichatti callaa kuntaala miliyoona 33 ol argachuuf karoorfame

Finfinnee: Godina Jimmaatti bara omishaa 2016/2017 lafa hektaara kuma 856fi 630 sanyiiwwan midhaan garagaraatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 33 ol argachuuf kan karoorfamu ta’uu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan waajjirichaa Obbo... Read more »

 Mariin paartiileen morkattootaa Ministira Muummee waliin taasisan ittifufuu qaba jedhame

Finfinnee: Mariin paartiileen morkattootaa Ministeera Muummee waliin taasisan ittifufuu akka qabu Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Itoophiyaa beeksise. Walittiqabaan mana marichaa Obbo Dastaa Dinqaa yaada tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »